Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Afaar yaa’ii idilee gaggeessuu eegale Sifen Megersa Mar 21, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Afaar yaa’ii idilee 1ffaa, bara hojii 1ffaa marsaa 6ffaa har’a Magaalaa Samaraatti gaggeessuu eegaleera.…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ityoophiyaan Shaampiyoonaa Atleetiksii mana keessaa Beelgireeditti gaggeeffameen 1ffaa ba’uu… Obse Wakgari Mar 21, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ityoophiyaan Shaampiyoonaa Atleetiksii mana keessaa Beelgireeditti gaggeeffameen 1ffaa ba’uu hordofe ergaa baga…
Oduu biyya keessaa Obbo Binnaalf Andu’aaleem dhaabbileen amantaa nageenya waaraa buusuuf qooda olaanaa qabu jechuun… Obse Wakgari Mar 21, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Nageenyaa Obbo Binnaalf Andu’aaleem hoggantoota boordii yaa’ii dhaabbilee amantaa waliin mari’ataniiru. Marichaanis dhaabbileen…
Idil Addunyaa Waraanni Raashiyaa Ajaja Waraanaa olaanaa Yuukreen barbadeessuu beeksise Sifen Megersa Mar 21, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC) – Waraanni Raashiyaa Misaa’eela Hayipersoonikii fayyadamuun Ajaja Waraanaa Olaanaa Yuukreen barbadeessuu Ministeerri Raayyaa Ittisaa Biyyattii…
Oduu biyya keessaa Jilli olaanaan DhMG haala hongee fi rakkoolee misooma hawaasaa irratti mari’achuuf Jigjigaa gale Ayana Dheressa Mar 21, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC)- Jilli olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii haala hongee fi rakkoolee misooma hawaasaa naannichaarratti mari’achuuf Jigjigaa galeera. Jilichi…
Uncategorized Balaa hongee dandamachuuf hojiileen Bishaan giddugaleeffatan waaraan ni hojjetamu – Komishinar… Sifen Megersa Mar 21, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC) –Hongee uumame dhiyeessa yeroo qofaan dandamachuun waan hin danda’amneef hojiileen waaraa bishaan giddu galeeffatan kan hojjetaman ta’uu Komishinarri…
Idil Addunyaa Chaayinaatti xiyyaarri namoota 133 fe’ee balali’aa ture kufe Ayana Dheressa Mar 21, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC)- Chaayinaatti xiyyaarri namoota 133 fe’ee balali’aa ture kufuu gabaafame. Xiyyaarichi kan Daandii Qilleensa Baha Chaayinaa ta’uu fi naannoo…
Fayyaa Godina Geediyootti ogeeyyiin Fayyaa deessuu qaroo dhabeeyyii tokko miidhaan hojiirraa ittifaman Sifen Megersa Mar 21, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC) – Naannoo Ummattoota Kibbaa Godina Geediyootti ogeeyyiin yaala Fayyaa deessuu qaroo dhabeeyyii tokko miidhaan hojiirraa ittifamuu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Raawwiin proojektii aspaaltii Aggaaroo-Geeraa-Meedaaboo haala gaariirra akka jiru ibsame Obse Wakgari Mar 21, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaa fi Kibbaa Lixaa Ityoophiyaa kan walqunnamsiisuu raawwiin proojektii aspaaltii Aggaaroo-Geeraa-Meedaaboo haala gaariirra akka jiru…
Oduu biyya keessaa Damee geejjibaa fi loojistikiin bu’aa olaanaa fiduuf hojiileen hojjetaman gadi fageenyaan… Ayana Dheressa Mar 21, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC)- Damee geejjibaa fi loojistikiin bu’aa olaanaa fiduuf hojiilee hojjetaman gadi fageenyaan gamaaggamamuu akka qabanii fi hordoffii fi to’annoo…