Dooktar Fitsum Asaffaa Bakka Buutuu Fandii Qorannoo Ummataa DhMG waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 8, 2015(FBC)- Ministirri Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaa Ityoophiyaatti Bakka Buutuu Fandii Qorannoo Ummataa DhMG Suuzaan Maandoongi waliin mari’ataniiru.…