Oduu biyya keessaa Balaliin xiyyaaraa gara Shiree Indasillaaseetti eegale Debela Tadesse Jan 2, 2023 0 Finfinnee, Mudde 24, 2015(FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa balalii idilee gara Magaalaa Shiree Indasillaaseetti guyyaa har’a eegaleera. Balaliin gara magaalichaatti taasifamaa ture…
Oduu biyya keessaa Kutaa magaalaa Eekkaatti balaa ibiddaa qaqqabeen qabeenyi Birrii miiliyoona 50 olii manca’e Ayana Dheressa Jan 2, 2023 0 Mudde 24, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Eekkaa aanaa 5 naannoo Shoolaa Gabaatti balaa ibiddaa qaqqabeen qabeenyi Birrii miiliyoona 50 olii manca’uu Komishiniin Hoggansa…
Oduu biyya keessaa Meeshaalee seeraa qabeessa da’eeffachuun meeshaleen elektorooniksii seeraan ala biyya keessa galuuf… Debela Tadesse Jan 2, 2023 0 Finfinnee, Mudde 24, 2015(FBC)- Waajjira Damee Gumurukaa Mojootti meeshaalee seera qabeessaa da’eeffachuun qaama kompiwuutara keessa kompiwuutaroota laaptooppii 100, hardi diskiiwwanii fi…
Uncategorized Waltajjiin marii Gumii Balal marsan 27ffaan gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Jan 2, 2023 0 Mudde 24, 2015(FBC)- Waltajjiin marii Gumii Balal mata duree “Inshuraansiin fayyaa hawaasaa, wabii fayyaa hawaasaati” jedhuun Waajjira Pireezidaantii Oromiyaatti gaggeeffamaa jira.…
Oduu biyya keessaa Harargee Bahaatti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbe Sifen Megersa Jan 2, 2023 0 Finfinnee, Mudde 24, 2015 (FBC) – Godina Harargee Bahaa aanaa Baabbileetti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbuu ibsameera. Aanaa Baabbilee ganda Jaalallee iddoo addaa Oksan…
Oduu biyya keessaa Kookeeniin dhoksaan gara Humaraa imalaa ture to’atame Sifen Megersa Jan 1, 2023 0 Finfinnee, Mudde 23, 2015 (FBC) - Qorichi sammuu namaa adoochu Kookeenii jedhame bifa Kiniinii fi daakuun qophaa'ee geejjiba ummataan Finfinnee gara Humaraa imalaa ture 108 to'atameera.…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanachi Piroojektoota garaagaaraa hojjetamaa jiran daawwatan Sifen Megersa Jan 1, 2023 0 Finfinnee, Mudde 23, 2015 (FBC) - Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen Piroojektoota garaagaaraa hojjetamaa jiran daawwataniiru. Aadde Adaanach, Piroojektoota dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi hawaasa idil addunyaa bara haaraa kabajaniif ergaa baga geessanii… Sifen Megersa Jan 1, 2023 0 Finfinnee, Mudde 23, 2015 (FBC) - Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen hawaasa idil addunyaa bara haaraa kabajaniif ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Hawaasni kutaalee addunyaa…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa mirgaa fi fayyadamummaa dargaagootaaf xiyyeeffaannoon hojjeta – Obbo… Sifen Megersa Jan 1, 2023 0 Finfinnee, Mudde 23, 2015 (FBC) - Paartiin Badhaadhinaa mirgaa fi fayyadamummaa dargaagootaa kabachiisuuf xiyyeeffaannoon kan hojjetu ta'uu Dursaa Itti Aanaan Pireezidaantii Paartichaa Obbo…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad bara haaraa sababeeffachuun hawaasa idil addunyaaf ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jan 1, 2023 0 Finfinnee, Mudde 23, 2015 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad bara haaraa 2023 sababeeffachuun hawaasa idil addunyaaf ergaa hawwii gaarii dabarsaniiru. Barri haaraan kun hawaasa…