Idil Addunyaa Liibiyaatti namoonni kuma 2 fi 300 balaa lolaan du’an Debela Tadesse Sep 12, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2016 (FBC)-Liibiyaatti balaa lolaa mudateen lubbuun namoota kuma 2 fi 300 darbuun gabaafame. Har’a roobaa cimaa bubbee makatee roobeen balaan lolaa biyyattiitti…
Oduu biyya keessaa Ajajni Waliigalaa Labsii Yeroo Ariifachiisaarraa kenname Debela Tadesse Sep 12, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2016 (FBC)- Ajajnii Qajeelcha Waliigalaa Labsii yeroo Yeroo Ariifachiisaa Kaampii Ugguraa akka hinqabne beeksise. Qajeelchichi hanga ammaatti bakkoota tursiisaa…
Idil Addunyaa Kiim Joongi Uun daawwannaaf Raashiyaa galan Debela Tadesse Sep 12, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Kooriyaa Kaabaa Kiim Joongi Uun daawwannaaf Raashiyaa galuun gabaafame. Kiim Pireezidaantii Raashiyaa Vilaadmiir Putiin waliin…
Oduu biyya keessaa Hoggaantootaa fi miseensotaa Poolisii miidhamaan wal’aansaarra jiraniif kennaan ayyaanaa kenname Debela Tadesse Sep 12, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2016 (FBC)- Nageenya mirkaneessuuf gotummaan utuu falmanii midhaan irra gahuun wal’aansarratti kanneen argaman hoggantootaa fi miseensota Poolisiif kennaan ayyaanaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaanonni biyyoota garaagaraa jiraatan ayyaana bara haara kabajaa jiru Debela Tadesse Sep 12, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaanonni biyyoota addunyaa garaagaraarraa jiraatan waajjiraalee qonsilaa fi embaasiiwwanitti bara haaraa kabajaa jiru. Jijjiirraan bara haaraa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyachoon maaddii qoodan Debela Tadesse Sep 12, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2016 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon maaddii qoodaniiru. Dooktar Abiyii fi Giiftii Duree Zinnaash…
Oduu biyya keessaa Dura Taa’aan Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakiin ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan Debela Tadesse Sep 12, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2016 (FBC)-Dura Taa'aan Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammat fi Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabayyoon bara…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin naannoo Amaaraa ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan ayyaana bara haaraa 2016 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Gaaffilee ummataa…
Uncategorized Af Yaa’iin MMBBU ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Af Yaa'iin Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa Obbo Taaggasee Caafoon ayyaana bara haaraa 2016 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Bara…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Waloo Paartilee Siyaasaa ergaa baga geessanii dabarse Sifen Megersa Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Manni Maree waloo Paartilee siyaasaa Itiyoophiyaa ayyaana bara haaraa 2016 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera. Manni marichaa barri haaraan…