Shakkamtoonni Moobaayiloota dabalatee meeshaalee garaagaraa karaa seeraan alaa daddabarsaa turan…
Finfinnee, Hagayya 30, 2015 (FBC) – Shakkamtoonni Moobaayiloota dabalatee meeshaalee garaagaraa hedduu karaa seeraan alaa daddabarsaa turan 2 to'atamuu Poolisiin magaalaa Finfinnee ibse.…