Oduu biyya keessaa Gootummaan biyya tajaajiluu caalu hinjiru-MM Dooktar Abiy Debela Tadesse Sep 6, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)- Gootummaan biyya tajaajiluu caalu hinjiru jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy Ahimad gootota waggoota 38 ol dhaabbilee…
Ispoortii Gareen Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa tapha gulaalli Waancaa Afrikaaf Kaayiroo gale Debela Tadesse Sep 6, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa gita isaa Ijibti waliin tapha gulaalli Waancaa Afrikaa taasisuuf Kaayiroo galeera. Jilli taphattootaa fi…
Oduu biyya keessaa Obbo Araggaa Kabbadaan Bakka Butoota DhMG waliin mari’atan Debela Tadesse Sep 6, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaa fi kaabineen naannicha Bakka Bu’oota Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaanii waliin…
Idil Addunyaa Chaayinaa fi Biyyoonni Eeshiyaa nageenyaa fi misoomaa ardii mirkanessuuf ni hojjetu-Lii Chiyaangi Debela Tadesse Sep 6, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)- Chaayinaa fi Biyyoon Eeshiyaa nageenyaa fi misoomaa ardii mirkaneessuuf ni hojjetu jechuun Muummeen Ministiraa Chaayinaa Lii Chiyaangi dubbatan. Yaa’iin…
Oduu biyya keessaa Sibuu Sireetti balaa konkolaataan lubbuun namoota 2 darbe Debela Tadesse Sep 6, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)- Godina Wallagga Bahaa Aanaa Sibuu Sireetti balaa konkolaataa mudateen lubbuun namoota lama darbe. Balichis kan mudate konkolaattonni deddeebisaa ummataa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Xaaliyaaniin damee teeknooloojii quunnamtii odeeffannoon walta’iinsaan akka hojjetan… Debela Tadesse Sep 6, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Xaaliyaaniin damee Teeknooloojii Quunnamtii Odeeffannoon akkasumas damee dijitaalaayizeeshiniin fayyadamummaa waloof walta’iinsaan akka…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Waajjiraa olaanaa Eejensii Tajaajila Galmeessa Siiviilii fi Jiraattummaa eebbisiisan Debela Tadesse Sep 6, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee teeknooloojiiwwan ammayyaa’aan kan gurmaa’e Waajjiraa Olaanaa Eejensii Tajaajila Galmeessa…
Oduu biyya keessaa Tajaajila wayita kenninu faayidaa argachuu garasitti dhalootaa fi biyya ijaaruuf itti gaafatama… Debela Tadesse Sep 6, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)- Tajaajila tokko wayita kenninu faayidaa argamu garasitti dhalootaa fi biyya ijaaruuf itti gaafatama lammummaa fi namoomaa bahachuuf ta’uu akka qabu…
Uncategorized Ministiroonni Guyyaa taajaajiltummaan Daandii Qilleensaa Ityoophiyaatti tajaajila kennan Debela Tadesse Sep 6, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)-Ministiroonnii manneen hojii ministeeraa guyyaa tajaajiltummaa sababeeffachuun Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti tajaajilaa kennaniiru. Tajaajila…
Oduu biyya keessaa Guyyaan tajaajiltummaa Finfinneetti sagantaalee garaagraan kabajamaa jira Debela Tadesse Sep 6, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)-Guyyaan Taajaajiltummaa Qaammeen 1, Finfinnee fi naannawaa garaagaraatti kabajamaa jira. Guyyicha sababaeeffachuun Kantibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee…