Biiznasii hirmaachuuf fedhii qabaachuu ibsan Sifen Megersa Jun 11, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2015 (FBC) –Abbootiin qabeenyaa Turkii Ityoophiyaatti hojiilee misooma Invastimantii garaagarraatti hirmaachuuf fedhii qabaachuu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Turkii…
Idil Addunyaa Ijoolleen 4 balaa xiyyaara kufee caccaberraa hafan guyyaa 40 booda lubbuun argaman Sifen Megersa Jun 11, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2015 (FBC) –Ijoolleen 4 balaa xiyyaara kufee caccaberraa hafan bosona guddicha addunyaa Amaazoon keessaa guyyaa 40 booda lubbuun argamuu dhaga'ameera. Ijoolleen…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Geetaachoo Raddaan durfamu magaalaa Bahir Daar gale Sifen Megersa Jun 11, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2015 (FBC) –Jilli Pireezidaantii Bulchiinsa yeroo Naannoo Tigraay Obbo Geetaachoo Raddaan durfamu naannoo Amaaraa magaalaa Bahir Daar galeera. Jilichi wayita…
Uncategorized Leenjiin dargaggoota tola ooltotaa mata duree”tola ooltummaa jireenya waloof”jedhuun… Sifen Megersa Jun 11, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2015 (FBC) –Leenjiin dargaggoota tola ooltotaa mata duree"tola ooltummaa jireenya waloof"jedhuun Yuunivarsiitii Jimmaatti dargaggoota kuma 2 oliif kennamu eegaleera.…
Oduu biyya keessaa Qonna sirna nyaataa deeggaru hojiirra oolchuun lammii qaroomina qabuufi oomishaafi oomishtummaa… Sifen Megersa Jun 11, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2015 (FBC) –Qonna sirna nyaataa deeggaru hojiirra oolchuun lammii qaroomina qabuufi oomishaafi oomishtummaa qonnaa guddisu horachuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa…
Idil Addunyaa Ammaan booda lammiileen Sudaan Viizaa malee gara Ijipti seenuu hin danda’an jedhame Sifen Megersa Jun 11, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2015 (FBC) –Ijipti lammiileen Sudaan waraana biyyattii dheeffuun gara Ijipti seenaa turan guyyaa kaleessaa kaasee viizaa malee akka hin seenne dhorkite.…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa naannoo Tigraayiif Birrii miiliyoona 510 ol deeggarsa taasise Sifen Megersa Jun 11, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2015 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee naannoo Tigraayiif deeggarsa akaakuu fi maallaqaa Birrii miiliyoona 510 olii taasiseera. Kantibaan magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Hojiin Ashaaraa Magariisaa hojii yeroo tokkoo osoo hin taane hojii biyya badhaate dhaloota… Sifen Megersa Jun 11, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2015 (FBC) – Hojiin Ashaaraa Magariisaa hojii yeroo tokkoo osoo hin taane hojii biyya badhaate dhaloota dhaalchisuuti jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Qoramaanni kuutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa Waxabajjii 26 eegala-BBO Debela Tadesse Jun 10, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2015 (FBC)-Qormaatni Kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa Waxabajjii 26, 2015 irraa eegale kan kennamu ta’uu Biiroo Barnootaa Oromiyaa beeksise. Biirichatti akka…
Oduu biyya keessaa Oomisha, bitaa fi gurgurtaa seeraan alaa Warqeerratti kan bobba’an lammiileen alaa 29 to’ataman Debela Tadesse Jun 10, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2015 (FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuzitti oomisha, bittaa fi gurgurtaa seeraan alaa albuuda Warqee irratti kanneen bobba’uun argaman shakkamtoonni lammiin biyyaa…