Oduu biyya keessaa Irreechi Malkaa Baaroo kabajame Debela Tadesse Nov 5, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 25, 2016 (FBC)-Irreechi Malkaa Baaroo duudhaa aadaa haala eeggateen Magaalaa Gaambeellaatti kabajame. Sirni Irreechaa kun jala bultiirraa eegalee sirnoota…
Ispoortii Maanchiisteer Siitiin Boornimaawuuz injifachuun falmii Waancaaf taasiisu cimsate Sifen Megersa Nov 4, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) – Maanchiisteer Siitiin Boornimaawuuz goolii 6 fi 1n injifachuun falmii Waancaaf taasiisu cimsateera. #Oromiyaa #Itiyoophiyaa Odeeffannoowwan…
Oduu biyya keessaa Godina Qellem Wallaggaatti ruuziin lafa hektaara kuma 95 irratti oomishame walitti qabamuu eegale Sifen Megersa Nov 4, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) – Godina Qellem Wallaggaatti ruuziin lafa heektara kuma 95fi 180 irratti misoome duulaan walitti qabamuu eegaleera. Itti Gaafatamaan Waajjira Qonnaa…
Uncategorized Biyya hundaaf mijattu iaaruuf riifoormiin hojjetamaa jira – Obbo Adam Faarahii Sifen Megersa Nov 4, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) – Hawaasa Diinagdee fi siyaasaa tokkoo ijaaruun biyya hundaaf mijattu uumuuf riifoormiin hojjetamaa jiraachuu Itti Aanaan Pireezidaantii Paartii…
Oduu biyya keessaa Daawwannaan Ministirri Muummee Rippaabliika Cheek Itiyoophiyaatti taasisan hariiroo biyyoota… Sifen Megersa Nov 4, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) – Daawwannaan Ministiri Muummee Rippaabliika Cheek Peetir Fiyaalaan Itiyoophiyaatti taasisan hariiroo biyyoota lamaanii caalmatti kan cimsu ta'uu…
Oduu biyya keessaa Jala bultiin Irreecha Hora Baaroo Marii Paanaaliin Magaalaa Gaambeellaatti kabajamaa jira Sifen Megersa Nov 4, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) –Jala bultiin Ayyaana Irreechaa Hora Baaroo Marii Paanaaliin Magaalaa Gaambeellaatti kabajamaa jira. Irreechi Malkaa Baaroo guyyaa boruu Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Rippaabliika Cheek Ministeera Bishaanii fi Inarjii daawwatan Sifen Megersa Nov 4, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) –Ministirri Muummee Rippaabliika Cheek Peetir Fiyaalaan Ministeera Bishaanii fi Inarjii daawwataniiru. Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ministira Muummee Rippaabliika Cheek waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 4, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Rippaabliika Cheek Peetir Fiyaalaa waliin mari'ataniiru. Dhimmoota hariiroo waloo…
Oduu biyya keessaa Hojiilee rakkoolee ummataa furan raawwachuun itti fufa – Obbo Ordiin Badirii Sifen Megersa Nov 4, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) – Hojiilee rakkoolee ummataa furan raawwachuun cimee itti fufa jedhan Pireezidaantiin naannoo Hararii Obbo Ordiin Badiriin. Manni Maree Bulchiinsaa…
Ispoortii Mootummaan Jaappaan Badhaasa kabajaa olaanaa biyyattii Atileet Daraartuu Tulluu Badhaase Sifen Megersa Nov 4, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) – Mootummaan Jaappaan Badhaasa kabajaa olaanaa biyyattii lammiilee alaaf kennamu Gargaartuu Komishinaraa Atileet Daraartuu Tulluu Badhaaseera.…