Shakkamaan daddabarsa namootaa fi maallaqaa seeraan alaa raawwachaa ture to’atame
Finfinnee, Bitootessa 12, 2016(FBC)- Sanada Boordii Meedikaalaa sobaa qopheessuun yakka daddabarsa namootaa fi maallaqaa raawwachuun kan shakkame to’annoo jala oolfamuu Poolisiin beeksise.…