Teeknooloojii Yuunivarsiitichi Waltajjii Qorannoo waggaa 8ffaa gaggeessaa jira Tsehay Guluma May 16, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) –Yuunivarsitiin Saayinsiifi Teeknooloojii Finfinnee Waltajjii qorannoo waggaa 8ffaa gaggeessaa jiraachuun ibsame. Waltajjichi mata duree…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Azaarbaanjaatti Zoonii Dinaagdee Bilisaa “Alaat “jedhamu daawwatan Sifen Megersa May 16, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan Azaarbaanjaatti Zoonii Dinaagdee Bilisaa “Alaat “jedhamu daawwataniiru. Zooniin Dinaagdee…
Idil Addunyaa Pireezidaanti Putiin karoora Chaayinaan waldhabdee Raashiyaa fi Yuukreen karaa nagaan furuuf… Tsehay Guluma May 15, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin karoora Chaayinaan waldhabdee Raashiyaa fi Yuukreen karaa nagaan furuuf dhiyeessite kan fudhatan…
Ispoortii Har’a Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphoonni 2 ni taphatamu Tsehay Guluma May 15, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2016 (FBC) – Har’a galgala Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphoonni qixxeessituun 2 ni taphatamu. Har’a halkan sa’aatii 3:45 eegalee Biraayitan Cheelsii kan…
Oduu biyya keessaa Naannichatti Piroojektoonni kumni 16 ol xumuramuun eebbaaf qophaa’uu himame Tsehay Guluma May 15, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2016 (FBC) – Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin haala raawwii hojii piroojektoota garaa garaa naannichatti hojjetamaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti biqiltuun biiliyoonni 5.3 ol qophaa’e – Biiroo Qonna… Tsehay Guluma May 15, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2016 (FBC) – Barana naannoo Oromiyaatti biqiltuu ashaaraa magariisaa biiliyoona 5.5 qopheessuuf karoorfamee hanga ammaatti biqiltuun biiliyoonni 5.3 ol qophaa’uu…
Oduu biyya keessaa Mariin siyaasaa Paartii Badhaadhinaa fi ABUT gidduutti yeroo 3ffaaf har’a Magaalaa Maqaleetti… Tsehay Guluma May 15, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2016 (FBC) – Mariin siyaasaa Paartii fi Paartii, Paartii Badhaadhinaa fi ABUT gidduutti yeroo 3ffaaf har'a Caamsaa 7, 2016 Magaalaa Maqaleetti gaggeeffameera.…
Oduu biyya keessaa Sirni waliigaltee walhubannaa waliin hojjechuu Mootummaa Naannoo Oromiyaafi Inistiitiyuutii Qorannoo… Tsehay Guluma May 15, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2016 (FBC) – Sirni waliigaltee walhubannaa waliin hojjechuu Mootummaa Naannoo Oromiyaafi Inistiitiyuutii Qorannoo Baayladaa Idil Adunyaafi Dhaabbata Yeenyaa…
Fayyaa Hojiirra oolmaa imaammata misooma fayyaa keessatti waldaaleen ogeeyyi fayyaa gahee isaanii bahachuu… Tsehay Guluma May 15, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2016 (FBC) –Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan Pireezidaantoota Waldaalee Ogeeyii Fayyaa waliin mari’ataniiru. Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy hojiilee naannawaa hojii mijataa taasiisuuf mooraa Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee… Tsehay Guluma May 15, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad hojiilee naannawaa hojii mijataa taasiisuuf Mooraa Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa…