Ispoortii Walaayittaa Diichaan, Buna Itiyoophiyaa injifate Sifen Megersa Oct 21, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) - Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 4ffaa har'a taphatameen Walaayittaa Diichaan, Buna Itiyoophiyaa injifateera. Diichaan galchii 2 fi…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad tapha michummaa Kubbaa Miilaa CAF irratti hirmaatan Tsehay Guluma Oct 21, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad tapha michummaa Kubbaa Miilaa Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa Istaadiyeemii Finfinneetti…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin Koree Hojii Raawwachiistuu CAF gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Oct 21, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) – Waltajjiin Koree Hoji Raawwachiistuu Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Waltajjicharratti…
Oduu biyya keessaa Abbooti Qabeenyaa kaappitaalaa Birrii biiliyoona 93 galmeessan eeyyama invastimantii… Tsehay Guluma Oct 21, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti baatiiwwan sadan darban Abbootii qabeenyaa kuma 4 fi 3 ol kaappitaala Birrii biiliyoona 93 ol galmeessaniif eeyyamni Invastimantii…
Oduu biyya keessaa Qajeelfama raawwii daballii Miindaa hojjettoota Mootummaa Haaraa irratti mariin gaggeeffame Tsehay Guluma Oct 21, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC)- Komishiniin Siviil Sarvisii qajeelfama raawwii daballii Miindaa hojjettoota Mootummaa Haaraa irratti qooda fudhattoota waliin marii gaggeesseera.…
Oduu biyya keessaa Guyyoottaan kurnan itti aanaan keessa kutaaleen biyyattii tokko tokko Rooba salphaa hanga… Sifen Megersa Oct 21, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) – Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itiyoophiyaa haala qilleensaa guyyoottaan kurnan itti aananii naannawaa Rooba waqtii 2ffaa argatanii…
Oduu biyya keessaa Gaazexeessaa Firaa’ol Taaddasaan du’aan addunyaa kanarraa boqote Sifen Megersa Oct 21, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) – Gaazexeessaa OBN kan turan Firaa’ol Taaddasaa dhibee tasaan du’aan addunyaa kanarraa boqochuu ibsameera. Gaazexeessaa Firaa'ol Taaddasaa Godina…
Oduu biyya keessaa Galmi Dhaabbanni Tokkummaa Afrikaa Itti hunda’e haaromsi isaa xumuramuun har’a eebbifama jedhame Sifen Megersa Oct 21, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) – Galmi seenaa qabeessi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Komishinii Diinagdee Afrikaa, Dhaabbanni Tokkummaa Afrikaa Itti hunda’e haaromsi isaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaantii CAF waliin Istaadiyamii Adey Ababaa daawwatan Debela Tadesse Oct 21, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Konfedereeshinii Kubbaa miilaa Afrikaa Paatiriis Mootiseepee fi Hoggantoota Olaanoo Koree…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Imaammata Qonnaa fi misooma Baadiyyaa beeksisuu gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Oct 21, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC)- Sagantaan Imaammata Qonnaa fi misooma Baadiyyaa beeksisuu gaggeeffamaa jiraachuun ibsame. Waltajjicharratti Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar…