Ispoortii Leesister Siitii 1 – 2 Cheelsii Tsehay Guluma Nov 23, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Tapha Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 12ffaan Cheelsiin Leesister Siitii injifate. Cheelsiin galchii 2 fi 1n Leesister Siitii injifachuun…
Oduu biyya keessaa Aanaa Alaltuutti balaa Tiraafikaan lubbuun namoota 11 darbe Tsehay Guluma Nov 23, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) –Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Alaltuutti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 11 darbuun ibsame. Balichaan lubbuun namoota 11…
Oduu biyya keessaa Baankichi gatii Tajaajilaa fi Dhala Liqaarratti fooyyeessa taasiisuufi Tsehay Guluma Nov 23, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) –Baankiin Daldala Itiyoophiyaa gatii tajaajilaa fi Dhala Liqaarratti fooyyeessa taasiisuuf ta'uu beeksise. Haaluma kanaan tajaajila Dhala Liqaa, Damee fi…
Oduu biyya keessaa Godinichatti lafti heektarri kumni 500 fi kumni 78 ol Qonna Gannaan misoome daawwatame Tsehay Guluma Nov 23, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Godina Baaleetti lafti heektarri kumni 500 fi kumni 78 ol midhaan akaakuu adda addaan misoome ogeeyyii miidiyaan daawwatameera. Ogeeyyiin Miidiyaa…
Oduu biyya keessaa Qajeelfamni Dizzaayina Daandii Magaalootaa ifoome Tsehay Guluma Nov 23, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiksii Inistiitiyuutii Imaammata Misooma Geejiba Idil Addunyaa waliin ta'uun Qajeelfama Dizzaayina Daandii Magaalootaa…
Biiznasii Baankichi bara 2023/24 tti Taaksiin dura Bu’aa Birrii Biiliyoona 10.8 ol argaachuu ibse Tsehay Guluma Nov 23, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) –Baankiin Awaash bara 2023/24 taaksiin dura Bu'aa Birrii biiliyoona 10 fi miiliyoona 800 argaachuu beeksiseera. Baankichi yaa’ii waliigalaa 29ffaa…
Biiznasii Warshaan Maarbilii Birrii miiliyoona 400 fi miiliyoona 80 ijaarame yaalii oomishuu eegaluufi Sifen Megersa Nov 23, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Magaalaa Adwaatti Warshaan Maarbilii Birrii miiliyoona 400 fi miiliyoona 80 ijaarame yaalii oomishuu eegaluuf ta'uu ibsame. Zoonii Indaastirii Adwaa…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Dhaabbilee Federaalaa adeemsa ijaarsa Loojii Gar’aaltaa daawwatan Sifen Megersa Nov 23, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Hoggantoonni Dhaabbilee Federaalaa qaama Piroojektii Maaddin Biyyaaf kan ta'e ijaarsa Loojii Gar'aaltaa daawwataniiru. Ministirri Ministeera Dhimma…
Oduu biyya keessaa Ameerikaa fi Awurooppaatti lammiilee hojiif akka bobbaasaan qaama kamiifiyyuu bakka bu’uunsi… Sifen Megersa Nov 23, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Damee Bobbii Hojii Alaan Ameerikaa fi Awurooppaatti lammiilee hojiif akka bobbaasaan qaama kamiifiyyuu beekamtii fi bakka bu'uunsi kenname kan hin jirre…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan kuufama qabeenya Albuudaa qabdu sirnaan fayyadamuuf hojiilee hedduu hojjechaa jirti… Sifen Megersa Nov 23, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen agarsiisa Maayinteeksii fi Teeknooloojii Albuudaa bara 2017 Galma Barkumeetti qophaa'e bananiiru. Sirna…