Idil Addunyaa Putiin Ameerikaa fi Biriitaaniyaa akeekkachiisan Sifen Megersa Nov 22, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin Ameerikaa fi Biriitaaniyaa akeekkachiisaniiru. Biyyoonni miseensa NATO Yuukreen Misaa’ela fageenya dheeraa…
Oduu biyya keessaa Manni Murtii Aadaa rakkoolee hawaasaa hedduu furaa jira jedhame Sifen Megersa Nov 22, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2017 (FBC) – Manni Murtii Aadaa rakkoolee hawaasaa furaa jirachuu Inistiityuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa beeksiseera. Rakkoolee adeemsicharratti darbee…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti Koonfiraansiin Nageenyaa Sadarkaa Ardii gaggeeffamuufi Debela Tadesse Nov 22, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2017 (FBC)- Koonfiraansiin Nageenyaa Sadarkaa Ardii Magaalaa Finfinneetti akka gaggeeffamu ibsame. Ministir Deetaan Ministeeraa Nageenyaa Dooktar Kaayiraddiin…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Xaaliyaaniin nageenya Saayibariirratti waliin hojjechuuf waliigalan Debela Tadesse Nov 22, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2017 (FBC)-Itiyoophiyaa fi Xaaliyaaniin nageenya Saayibariirratti waliin hojjechuuf waliigalaniiru. Daayrektarri Oppireeshinii Saayibarii Raayyaa Ittisa Biyyaa…
Oduu biyya keessaa Agarsiisni “Ethio Green Mobility’ 2024 Finfinneetti baname Tsehay Guluma Nov 22, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2017 (FBC) – Agarsiisni Idil Addunyaa “Ethio Green Mobility’ 2024 Magaalaa Finfinnee Paarkii Indaastirii Huwaanjaanitti banameera. Agarsiisichi ijaarsa geejjiba…
Oduu biyya keessaa Qondaaltoonni olaanoon mootummaa naannoo Oromiyaa hojiilee misoomaa Magaalaa Shaggar daawwatan Sifen Megersa Nov 22, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2017 (FBC) – Hoggantoonni Olaanoon Sadarkaa Ittaanaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Qindeessaa kilaastara qonnaafi Misooma Baadiyaa Obbo Addisuu Araggaan…
Teeknooloojii Rakkoo jijjiirama qabeenya qilleensaa ittisuuf konkolaattoonni Eletrikaan hojjetan qooda olaanaa… Tsehay Guluma Nov 22, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2017 (FBC) – Af Yaa'iin Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa Obbo Taaggasaa Caafoon Sinpooziyemii fi agarsiisa "Ethio-green mobility 2024" Ministeera Geejjibaa fi…
Oduu biyya keessaa Paarkii Indaastirii Boolee Lammii keessatti bu’uraaleen misoomaa Birrii miiliyoona 200 ijaaraman… Sifen Megersa Nov 22, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2017 (FBC) – Paarkii Indaastirii Boolee Lammii keessatti bu’uraaleen misoomaa Birrii miiliyoona 200 ijaaraman eebbifamuun Tajaajilaaf banaa ta’an. Hojii…
Fayyaa Baankiin Addunyaa tumsa damee fayyaaf taasisu akka cimsu gaafatame Sifen Megersa Nov 22, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2017 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan, Itiyoophiyaatti Daayrektara Baankii Addunyaa Miiriiyaam Saaliim waliin mari’ataniiru. Dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Balaa ibiddaa markaatoon daldaltoota miidhamaniif deeggarsi Birrii miliyoona 20 taasifame Debela Tadesse Nov 22, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2017 (FBC)- Balaa ibiddaa Markaatootti mudateen daldaltoota qabeenyi jalaa manca'e deebisanii dandamachiisuuf Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee deeggarsa Birrii miiliyoona…