Oduu biyya keessaa Misooma Bunaa Godina Arsii Lixaa Tsehay Guluma Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti Buna Toonii Kuma 20 ol gabaa giddu galeessaf dhiyeessuuf hojjetamaa jiraachuun ibsameera. Aanaalee godinichaa 7 keessaatti bunni…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen barnootaa olaanoon hoggansa ga’umsa qabu akka qabaatan hojjetamaa jira – Piroofesar… Tsehay Guluma Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Dhaabbileen barnootaa olaanoon hoggansa ga’umsa qabuun akka hogganaman hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofesar Birhaanuu Naggaan…
Oduu biyya keessaa Namni dhuunfaan baala sammuu namaa adoochu Kaanaabis jedhamu oomishaa ture to’atame Sifen Megersa Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Maayaatti Namni dhuunfaan baala sammuu namaa adoochu Kaanaabis jedhamu oomishaa ture to’atameera. Bulchiinsa Magaalaa Maayaa kutaa…
Biiznasii Itiyoophiyaan biyya qabeenya albuudaan badhaateedha – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaan biyya qabeenya albuudaan badhaate ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru. Dooktar Abiy Ahimad har’a Warshaa Albuuda…
Oduu biyya keessaa Hojjettuun qabeenya Birrii miiliyoona 2 olitti tilmaamamu hattee miliqxe to’atamte Sifen Megersa Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Hojjettuun mana qaxaramtee hojjetaa turtee qabeenyaa Birrii miiliyoona 2 olitti tilmaamamuu fi maallaqa hattee miliqxe to’atamuu Poolisiin Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Ruuzii biyya alaarraa galu kan biyya keessan bakka buusuuf hojjetamaa jira-Obbo Geetuu Gammachuu Tsehay Guluma Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Ruuzii biyya alaarraa galu kan biyya keessan bakka buusuuf hojjetamaa jiraachuu Hogganaan Biiroo Qonna Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun ibsan. Naannoo…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Warshaa Albuudaa Itinoo Maayiniing eebbisiisan Tsehay Guluma Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Warshaa Albuuda Warqee Itinoo Maayiniing Naannoo Gaambeellaatti ijaarame eebbisiisaniiru. Naannoo…
Teeknooloojii Fooramiin bulchiinsa Interneetii Afrikaa gaggeeffamuu eegale Sifen Megersa Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Fooramiin bulchiinsa Interneetii Afrikaa13ffaan Finfinnee gaggeeffamuu eegaleera. Fooramichi mata duree ‘Diijitaala Afrikaa dhugoomsuuf qaamolee qooda…
Oduu biyya keessaa Qonnaan bulaan teknooloojii guutuutti fayyadamee akka oomishuuf mootummaan hojjetaa jira- Obbo… Tsehay Guluma Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa,Obbo Awwaluu Abdii fi hoggantoonni olaanoon Godina Shawaa Lixaa Aanaa Walmaraatti Qamadii…
Oduu biyya keessaa Adeemsi hidhattoota duraanii hidhannoo hiikkachiisuun gara giddugalaa galchuu boru eegala jedhame Sifen Megersa Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Hojiin hidhattoota duraanii waaraan dhaabuuf hidhannoo hiikkachiisuun gara giddugala Haaromsaa galchuu boru kan eegalu ta’uu Komishiniin Haaromsa…