Oduu biyya keessaa Guyyaan Daa’imman Addunyaa Finfinneetti kabajamaa jira Tsehay Guluma Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) –Guyyaan Daa’imman Addunyaa akka Addunyaatti yeroo 35ffaaf, Itiyoophiyaatti immoo yeroo 19ffaaf Magaalaa Finfinneetti kabajamaa jira. Guyyichi mata…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti hanga ammaatti oomishni lafa hektaara miiliyoona 3 fi kuma 300 fi kuma 64 olirraa… Sifen Megersa Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti lafa Qonna Gannaan misoome hektaara miiliyoona 11 fi kuma 600 fi kuma 44 ol keessaa hanga ammaatti oomishni lafa hektaara miiliyoona 3…
Oduu biyya keessaa Guyyaa Saboota, Sablammootaa 19ffaa sababeeffachuun Mariin Paanaalii Magaalaa Finfinneetti… Sifen Megersa Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Guyyaa Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota Itiyoophiyaa 19ffaa sababeeffachuun Mariin Paanaalii qindeessummaa Caffee Oromiyaa, Bulchiinsa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Labsichi dhaabbileen ergama isaanii gahumsaa fi qulqullinaan akka raawwatan kan dandeessisudha-MMBBU Tsehay Guluma Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) –Labsiin Hojjettoota Mootummaa dhaabbileen ergama isaanii gahumsa,qulqullinaa fi bu’a qabeessummaan akka raawwatan kan dandeessisu ta’uu Mana…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Turizimii Addunyaa Oromiyaatti kabajamaa jira Tsehay Guluma Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Guyyaan Turizimii Addunyaa kan bara 2017 sadarkaa Oromiyaatti mata duree “Nageenyaa fi Turizimii” jedhuun Godina Arsiitti kabajamaa jiraachuun ibsame.…
Oduu biyya keessaa Guyyoottaan kurnan itti aanaan kutaaleen biyyattii harki caalu haala Qilleensaa Aduu fi qalleensa’aa… Sifen Megersa Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Guyyoottaan kurnan itti aanaan kutaaleen biyyattii harki caalu haala Qilleensaa Gogaa, Aduu fi qalleensa’aa ta’e kan qabaatan ta’uu Inistiityuutiin Raaga…
Idil Addunyaa Misaa’ela Ameerikaa fayyadamuun haleellaa Yuukreen Mooskorratti raawwatteef tarkaanfii haloo bahuu… Tsehay Guluma Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Misaa’ela fageenya dheeraa Ameerikaarraa argatte fayyadamuun haleellaa Yuukreen Mooskorratti raawwatteef tarkaanfii haloo bahuu kan fudhattu ta’uu…
Ispoortii Peep Gaardiyoolaan Kontiraata waggaa tokkoo dheeressuuf waliigale Tsehay Guluma Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Leenjisaan Maanchistar Siitii Peep Gaardiyoolaan kontiraata waggaa tokkoo dheeressuuf waliigaluu ibsame. Lammiin Ispeen Ga’eessi Umrii waggaa 53…
Oduu biyya keessaa Hojiileen misoomaa seenaa Magaalaa Goondariin gitan hojjetamaa jiru-Obbo Tamasgeen Xurunaa Debela Tadesse Nov 19, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Magaalaa Goondaritti hojiileen misoomaa seenaa magaalattii gitan saffisaan gaggeeffamaa jiraachuu Ministirri Muummee Itti Aanaa Tamasgeen Xurunaan ibsan.…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee kamuu mariin furuun biyya cimtuu ijaaruuf gargaara- Mana Marichaa Debela Tadesse Nov 19, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Rakkoolee kamuu mariin furuun biyya cimtuu ijaaruuf gargaara jechuun Mana Maree Waloo Paartilee Siyaasaa Naannoo Oromiyaa ibse. Manni marichaa, marii…