Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Hojiilee Misoomaa Magaalaa Baahir Daar daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) -Itaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Hojiilee misoomaa magaalaa Baahir Daaritti hojjetamaa jiran daawwataniiru.…