Idil Addunyaa Eerik Teen Hag hojiirraa gaggeeffaman Sifen Megersa Oct 28, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC) – Leenjisaan Maanchiister Yuunaayitiid Eerik Teen Hag hojiirraa gaggeeffamaniiru. Qabxii kilabichi galmeessaa jiru hordofee Eerik Teen Hag irratti…
Oduu biyya keessaa Guddina akka biyyaatti galmaa’ee keessatti dameen Geejjibaa fi loojistikii gahee olaanaa… Tsehay Guluma Oct 28, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC)-Guddina akka biyyaatti galmaa’ee keessatti dameen Geejjibaa fi loojistikii gahee olaanaa qaba jedhan Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni Tumsa Faayinaansii idil addunyaa hojiilee misoomaa Itiyoophiyaan hojjetaa jirtuuf… Sifen Megersa Oct 28, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen hojii raawwachiisaa olaanaa Tumsa Faayinaansii idil addunyaa Maaktaahaar Diiyooppii fi…
Oduu biyya keessaa Hiyyummaa bu’uuraan injifachuuf carraalee misoomaatti qixaan fayyadamuun murteessaadha-Pir.… Debela Tadesse Oct 28, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC)- Hiyyummaa bu’uuraan injifachuuf carraalee misoomaa qabnutti qixaan fayyadamuun murteessaadha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Biiznasii Kurmaana kana eeyyamni Invastimantii haaraan 108 kenname – Komishinicha Sifen Megersa Oct 28, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC) – Kurmaana 1ffaa bara baajataa 2017 keessaa eeyyamni Invastimantii haaraan 108 Abbootii qabeenyaaf kennamuu Komishiniin Invastimantii Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Lammiileen 125 Liibaanosirraa gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Oct 28, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC)- Liibaanositti haala rakkisaa keessa kan turan lammiileen Itiyoophiyaa 125 gara biyyaatti deebi’aniiru. Lammiilee Itiyoophiyaa biyyattitti haala…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faaraahi Chaayinaatti qondaaltota Paartii Komunistii Chaayinaa waliin mari’atan Sifen Megersa Oct 28, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC) – Gareen qondaaltota Olaanoo Pireezidaantii Ittaanaa Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahiin durfamu Beejingitti Garee Hariiroo alaa Paartii…
Oduu biyya keessaa Komishinichi Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti waltajjii Marii ajandaa walitti qabuu gaggeessuu eegale Tsehay Guluma Oct 28, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC)-Komishininiin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti waltajjii marii Ajandaa walitti qabuu gaggeessuu eegaleera. Komishinichi…
Oduu biyya keessaa Baankichi Walga’ii Baankii Addunyaa fi IMF irratti hirmaachuun Maqaa gaarii Itiyoophiyaa ijaaruu,… Debela Tadesse Oct 28, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC)- Bankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa walga’ii waggaa Baankii Addunyaa fi Dhaabbata maallaqaa Addunyaa (IMF) irratti hirmaachuun maqaa gaarii Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Itiyoophiyaa 56 Jibuutiirraa gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Oct 28, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC)- Jibuutiitti Embaasiin Itiyoophyaa Dhaabbata Godaantotaa Idil Addunyaa waliin ta’uun godaantota seeraan alaa lammiilee Itiyoophiyaa 56 gara…