Fayyaa Ulfi Gadameessaan Alaa maali? Tsehay Guluma Dec 24, 2024 0 Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) –Ulfa Gadameessaan alaa jechuun ulfa keessoo gadameessan alatti uumamu ta’uu Ogeeyyiin fayyaa ni ibsu. Akkasumas gadameessaan alaa yeroo hanqaaquun wal…
Ispoortii Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Shaggar Gaamoo Caanchaa injifate Sifen Megersa Dec 24, 2024 0 Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) – Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa torbee 11ffaan har’a taphatameen Shaggar Gaamoo Caanchaa injifachuun imala isaa caalmaatti cimsate. Tapha har’a…
Oduu biyya keessaa Ibsi Ministeerri Dhimma Alaa Somaaliyaa baase soba ta’uu Itiyoophiyaan ibsite Sifen Megersa Dec 24, 2024 0 Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) – Ibsi Ministeerri Dhimma Alaa Somaaliyaa Taatee magaalaa Dooloo keessatti mudateen humna Itiyoophiyaa himachuun Itiyoophiyaa dallansiisuu fi himatichi soba…
Teeknooloojii Magaalaa Adaamaatti Tajaajilli iddoo tokkoo Gaaddisa Odaa eegale Tsehay Guluma Dec 24, 2024 0 Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) –Magaalaa Adaamaatti tajaajilli iddoo tokkoo Gaaddisa Odaa eegaleera. Saganticharratti Sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantiitti Qindeessaan kilaastera Misooma…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Reedwaan Daayrektera Ejansii Nageenya Biyyaalessaa fi Tika Somaaliyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Dec 24, 2024 0 Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) – Daayrektarri Jeneraalaa Tajaajila Nageenyaa fi Odeeffannoo Biyyaalessaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Daayrektara Ejansii Nageenya Biyyaalessaa fi Tika…
Oduu biyya keessaa Komishinichi Ajandaa Naannoo Oromiyaa fudhate Tsehay Guluma Dec 24, 2024 0 Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) – Komishiniin Marii Biyyaalessaa Ajandaa Naannoo Oromiyaa fudhateera. Waltajjiin marii ajandaa marii walitti qabuu Naannoo Oromiyaa Mudde 7,2017 irra…
Idil Addunyaa Biyyoonni 9 miseensa haaraa BRICS ta’uufi jedhame Sifen Megersa Dec 24, 2024 0 Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) – Amajjii 1 eegalee biyyoonni 9 miseensa haaraa garee Diinagdee BRICS ta’uuf waliigaluu ibsame. Beelaaruus, Vooliiviyaa, Indooneezyiyaa, Kaazaakistaan,…
Oduu biyya keessaa Shaggaritti teeknooloojii barnootaa babal’isuun dhaloota dorgomaa ta’e horachuuf hojjetamaa jira… Sifen Megersa Dec 24, 2024 0 Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) – Manneen barnootaa keessatti bu’uuralee misooma teeknooloojii babal’isuun dhaloota dorgomaa fi ga’umsa qabu horachuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri…
Oduu biyya keessaa Hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 2 fi kumni 300 ol qamadii Jallisii Boneen faca’uun… Sifen Megersa Dec 24, 2024 0 Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) – Hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 2 fi kumni 300 fi Kumni 62 ol qamadii Jallisii Boneen faca’uun kunuunfamaa jiraachuu Biiroon Qonna Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Kirkirri Lafaa naannawaa Matahaaraatti mudate Finfinneetti hollannaan isaa dhaga’amuu ibsame Sifen Megersa Dec 24, 2024 0 Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) – Kirkirri Lafaa Fantaallee naannawaa Matahaaraatti mudate hollannaan isaa Finfinneetti dhaga’amuu Yuunivarsiitiin Finfinnee beeksiise. Aanaa Fantaallee fi…