Oduu biyya keessaa Irreechi Malkaa Dooshaa Kabajame Debela Tadesse Oct 13, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 3, 2017(FBC)–Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti Irreechi Malkaa Dooshaa haala ho’aa ta'een kabajamaa jira. Kabaja Ayyaana Irreechaa Malkaa Dooshaarratti Abbootiin…
Oduu biyya keessaa Miidhaa sarara geejjiba baaburaa Itiyoo-Jibuutii mudate sirreessuuf carraaqqiin taasifama jira Debela Tadesse Oct 13, 2024 0 Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2017 (FBC)- Miidhaa sarara Geejjiba Baaburaa Itiyoo-Jibuutii mudate sirreeuun tajaajilatti deebisuuf carraaqqiin taasifama jiraachuun Waldaan Aksiyoonaa Daandichaa…
Oduu biyya keessaa Yoo waltaane naannawaa cimaa uumuu dandeenya-Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Oct 13, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 3, 2017 (FBC)- Yoo waltaanee fi waltumsine, waloon misoomuun naannawaa cimaa uumuu dandeenya jedhan Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Hammattoon…
Oduu biyya keessaa Miidhaa Geejjibni Baaburaa qaqqabsisuuf beenyaan kaffalamu adeemsa seeraan qofa akka raawwatamu… Sifen Megersa Oct 12, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) – Miidhaa Geejjibni Baaburaa qaqqabsisuuf beenyaan kaffalamu bu’uura labsii Geejjiba Baaburaan qofan akka raawwatamu waliigalamuu Hojii Raawwachiisaa…
Oduu biyya keessaa Godinichaatti Lafti hektaarri kumni 700 ol midhaan akaakuu garaagaraa Kilaastera misoomaa jira Sifen Megersa Oct 12, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) – Godina Arsiitti Lafti hektaarri kumni 700 ol midhaan akaakuu garaagaraa Kilaastera misoomaa jira. Jilli hogganaa Biiroo Investimentiifi Indaastirii…
Oduu biyya keessaa Irreechi Malkaa Dubar karaa duudhaafi safuu eegeen irreeffatame Sifen Megersa Oct 12, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Waacaalee Magaalaa Dubaritti Irreechi Malkaa Dubar karaa duudhaafi safuu eegeen irreeffatameera. Barreessaan Gamtaa…
Oduu biyya keessaa Godinichatti mala ammayyaan loon diqaalomsuun oomisha aannanii dabaluuf hojjetamaa jira jedhame Sifen Megersa Oct 12, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) – Godina Jimmaatti mala ammayyaan loon diqaalomsuun oomisha aannanii dabaluuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera. Bara bara kana saawwan aannanii kuma…
Oduu biyya keessaa Asoosaatti Jala bultiin Ayyaana Irreechaa qophiilee addaa fi marii Paanaaliin kabajame Sifen Megersa Oct 12, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuz magaalaa Asoosaatti jala bultiin Irreecha Malkaa Asoosaa qophiilee adda addaa fi marii Paanaaliin kabajameera.…
Oduu biyya keessaa Gareen Diyaaspooraa Oromoo dhaabbiilee misoomaa mootummaa daawwatan Tsehay Guluma Oct 12, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) – Gareen Diyaaspooraa Oromoo, Ayyaana Irreechaaf gara biyyaa dhufan dhaabbiilee misoomaa Mootummaa fi dhuunfaa garaagaraa daawwataniiru. Gareen…
Oduu biyya keessaa Intarpiraayizichi sanyii filatamaa kuntaala kuma 900 walitti qabuuf hojjechaa jiraachuu ibse Sifen Megersa Oct 12, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) – Intarpiraayiziin Sanyii Filatamaa Oromiyaa bara oomishaa 2016/17 sanyii filatamaa kuntaala kuma 900 walitti qabuuf hojjechaa jiraachuu beeksise.…