Niihoon Hiidaankaayoo badhaasa Noobeelii Nageenyaa 2024 injifate
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2017 (FBC)- Haleellaa boombii Hiirooshimaa fi Nagaasaakii irraa lammiilee jaappaan lubbuun baraaramaniin kan hundeeffame Waldaan Niihoon Hiidaankaayoo badhaasa…