Godinichatti qonna gannaan lafti heektarri kuma 800 ol midhaan gosa garaagaraan uwwifamuun ibsame
Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC)– Godina Shawaa lixaatti qonna gannaan lafti heektarri kuma 800 fi 83 midhaan gosa garaagaraan uwwifamuun kunuunfamaa jiraachuun ibsame.
Sadarkaa itti…