Oduu biyya keessaa Simpooziyamiin “Masalaa” gaggeeffama jira Debela Tadesse Sep 23, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC)- Jijiirraa bara haaraa Ummata Kanbaataa “Masalaa” ilaalchisuun Simpooziyamiin Aadaa fi Qorannoo gaggeeffamaa jira. Simpooziyamicharratti, barreeffamni…
Oduu biyya keessaa Dargaggoota Ayyaana Damaraa fi Irreechaarratti nageenya kabachiisan kuma 310 oliif bobbiin kennamuu… Tsehay Guluma Sep 23, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Dargaggoota Ayyaana Damaraa fi Irreechaarratti nageenya kabachiisan kuma 310 oliif bobbiin kennamuu Biiroon Dargaggoo fi…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Damaraa duudhaa amantaa eegee akka kabajamu qophiin barbaachisu xumurame Tsehay Guluma Sep 23, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC) – Ayyaanni Damaraa Masqalaa duudhaa amantaa eegee akka kabajamu qophiin barbaachisu xumuramuu Biiroon Bulchiinsaf Nageenyaa magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli Geejjiba Baaburaa Itiyoo – Jibutii Adaamaa – Jibuutii Horii Gaanfaa geejjibsiisuu… Tsehay Guluma Sep 23, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC) – Tajaajilli Geejjiba Baaburaa Itiyoo - Jibutii Adaamaa – Jibuutii Horii Gaanfaa geejjibsiisuu eegaluu Hojii Raawwachiisaa Olaanaan tajaajilichaa Injinar…
Oduu biyya keessaa Kaarnivaalli Goobee fi Shinooyyee marsaa 6ffaan xumurame Tsehay Guluma Sep 23, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC) – Kaarnivaalli Goobee fi Shinooyyee marsaa 6ffaan Magaalaa Finfinnee fi Shagaritti gaggeeffamaa ture xumurame. Kaarnivaalli Goobee fi Shinooyyee…
Idil Addunyaa Eegaan Warraaqsa Iraan meeshaaleen elektirooniksii Peejar fi Wakii jedhaman hojiirra akka hin oolle… Sifen Megersa Sep 23, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC) – Eegaan Warraaqsa Iraan miseensonni warraaksichaa meeshaalee elektirooniksii Peejar fi Wakii jedhaman akka hin fayyadamne dhorkeera. Raadiyooniin…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan haleellaa shororkeessummaa Paakistaanitti raawwate balaaleffatte Debela Tadesse Sep 23, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC)- Paakistaan naannawaa Bulchiinsa Kaaybar Paaktuunkiwaatti Ambaasaddar Itiyoophiyaa dabalatee jila biroo kan hammate ‘Dippilomaatik Konvey’ irratti…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Cufiinsa Goobee fi Shinooyyee gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Sep 23, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC) – Sagantaan Cufiinsa Goobee fi Shinooyyee Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Sirni Goobee fi Shinooyyee bara kanaa Magaalaa Finfinnee fi…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Nageenya bakka bu’ummaa Afrikaa haala mirkaneesseen akka gaggeeffamu Itiyoophiyaan… Debela Tadesse Sep 23, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2017(FBC)-Fooyyessi Mana Maree Nageenya Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii bakka bu'ummaa Afrikaa haala mirkaneesseen akka gaggeeffamu Ministirri Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Sirna Damaraa Masqalaa haala miidhagaan kabajuuf qophiin xumuramuun hojiitti galamuun eerame Debela Tadesse Sep 22, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2017 (FBC)- Sirna Damaraa Masqalaa haala hoo’aa ta’een kabajuuf qophiin duraa barbaachisaan xumuramuun hojiitti galamuu Gamtaan Qaamolee Nageenyaa beeksise.…