Manni Barumsaa Ifa Boruu Magaalaa Shireetti ijaaramaa ture xumuramuun tajaajilaaf qophaa’e
Finfinnee, Fulbaana 3, 2017 (FBC) – Deeggarsa Mootummaan Naannoo Oromiyaan Baasii Birrii miiliyoona 179'n Magaalaa Shireetti kan ijaarame Manni Barumsaa Ifa Boruu sadarkaa 2ffaa xumuramuun…