Ispoortii Atileet Tsiggee Dhugumaaf beekkamtiin kenname Debela Tadesse Sep 9, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)-Naannoon Beenshaangul Gumuz Atileet Tsiggee Dhugumaaf beekkamtii fi badhaasa kenneera. Waltajjii beekkamtii fi badhaasa kanarratti Atileet Tsiggeef…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi Meqedooniyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 9.5 taasise Debela Tadesse Sep 9, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)-Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Giddugala Kunuunsa Maanguddootaa fi Dhibamtootaa Sammuu Meqedooniyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 9.5…
Oduu biyya keessaa Daneessuumman, tokkummaa utubee walooma keenya kan dhugoomsedha-Afyaa’ii Caffee Debela Tadesse Sep 9, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)- Hoggantoonni fi Hojjettoonni Mootummaa Naannoo Oromiyaa Qaammee 4, guyyaa daneessummaa mata duree "Daneessummaa keenya tokkummaa fi nageenya waaraaf!"…
Oduu biyya keessaa Barattoonni kumni 36 fi 409 qormaata darbaniiru-MB Sifen Megersa Sep 9, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)- Barattoota qormaata Biyyaleesaaa Kutaa 12ffaa fudhataan keessaa barattoonni kuma 36 fi 409 (%5.4) darbuu Ministeerri Barnootaa beeksise. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Magaalaa Goondaritti hojiilee misooma Koriidarii daawwatan Sifen Megersa Sep 9, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Magaalaa Goondaritti hojiilee misooma Koriidarii daawwataniiru. Magaalichatti hojiin misooma…
Idil Addunyaa Naayijeeriyaatti Boottee Boba’aa fe’erra balaa mudateen lubbuun namoota 50 olii darbuu ibsame Sifen Megersa Sep 9, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC) – Naayijeeriyaa Kutaa bulchiinsa Kaabaatti Bootteen Boba’aa fe’e Konkolaataa horii fe’e tokko waliin walitti bu’uun lubbuu namoota 50 olii galaafachuu…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Itiyoophiyaa duudhaa walummaa caalmaatti cimsuun nageenya biyyaaf hojjechuu qabu jedhame Sifen Megersa Sep 9, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC) – Lammiileen Itiyoophiyaa duudhaa walummaa fi walgargaarsaa qaban caalmaatti cimsuun nageenya biyyaaf hojjechuu akka qaban Abbootiin amantaalee dhaaman.…
Oduu biyya keessaa Baajanni Magaalaa Shaggar Birrii biiliyoona 22 ta’ee ragga’e Debela Tadesse Sep 9, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)- Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Baajata Bara 2017 Birrii biiliyoona 22 ol raggaasise. Manni Maree magaalichaa Yaa'ii Ariifachiisaa 1ffaa bara…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Shaggaritti ayyaana bara haaraa sababeeffachuun jiraattoota harka qalleeyyiif deeggarsi… Tsehay Guluma Sep 9, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC) –Magaalaa Shaggaritti Qaammee 4, Guyyaa Daneessummaa fi jala bultii ayyaana bara haaraa sababeeffachuun lammiilee harka qalleeyyii 750’f deeggarsi…
Oduu biyya keessaa Qalma beelladaa raawwatamurratti eeggannoon akka taasifamu akeekame Debela Tadesse Sep 9, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)-Ayyaanota hordofuun qalma beelladootaa raawwatamurratti eeggannoo akka taasifamu Ministeerri Qonnaa hubachiise. Bu'aawwan Itiyoophiyaaf sharafa alaa…