Waltajjiin marii ajandaa walitti qabuu Naannoo Sidaamaatti gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)- Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa waltajjii ajandaa walitti qabuu Naannoo Sidaamaa magaalaa Hawaasaatti gaggeessaa ture xumuruu beeksise.…