Idil Addunyaa DhMG deeggarsa namoomaaf Doolaara Miiliyoonaa 100 gadi lakkise Debela Tadesse Aug 31, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2016 (FBC)-Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii deeggarsa namoomaaf kan oolu Doolaara miilliyoona 100 gadi lakkise. Gama…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Qonnaa Naannoo Afaaritti tajaajila tola ooltummaan deeggarsa garaagaraa taasise Debela Tadesse Aug 31, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2016 (FBC)- Ministeerii Qonnaa fi Dhaabbileen waamamtootaa naannoo Afaar Magaalaa miilleetti tajaajilaa tola ooltummaan degegarsa garagara ataasianiiru. Ministira…
Oduu biyya keessaa Lafti hektaarri miiliyoona 1.84 boqqooloon uwwifameera-Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Aug 30, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC)- Inisheetivii misooma Boqqolloon lafti hektaarri miiliyoona 1.84 ta'u boqoolloon uwwisuun akka danda'ame Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Paarkichi meeshaalee biyya keessaa bakka buusuuf xiyyeeffannoon hojjechaa akka jiru ibse Debela Tadesse Aug 30, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC)- Daldala alergii guddisuu fi meeshaalee biyya alaatii galfaman kan biyya keessaatiin bakka buusuuf hojjechaa jiraachuu Paarkiin Indaastirii Hawaasaa…
Oduu biyya keessaa Godina Arsii Lixaatti lafti hektaarri kumni 144 boloqqeen uwwifame – Waajjira Qonnaa… Tsehay Guluma Aug 30, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti lafti hektaarri kumni 144 boloqqeen uwwifamuu Waajjirri Qonnaa godinichaa beeksiise. Lafa misoome kanarraa callaan…
Oduu biyya keessaa Oomisharraa Ilbiisotaa fi Simbirroo Girrisaa to’achuuf dandeettiin horatameera – Ministeera Qonnaa Sifen Megersa Aug 30, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC) – Oomisharraa Ilbiisotaa fi Simbirroo Girrisaa to’achuuf dandeettiin horatamuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Oomishtummaa oomisha bara 2016/17 dabaluuf…
Oduu biyya keessaa Hojii raawwachiistonni Waldaa Aksiyoonaa ‘Parpaz Bilaak’ to’ataman Debela Tadesse Aug 30, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC)- Hojii raawwachiistonni Waldaa Aksiyoonaa ‘Parpaz Bilaak RTH’ aangoo seeraan ala fayyadamuu, yakka gowwoomsaa fi malaammaltummaa cimaan shakkamuun har’a…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Diyaaspooraa Oromiyaa Adaamaatti pirojektoota misoomaa daawwatan Debela Tadesse Aug 30, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC)- Miseensonni diyaasporaa Oromiyaa pirojeektoota misoomaa Magaalaa Adaamaatti hojjetamaa jiran daawwateera. Kantiibaan Magaalaa Adaamaa Obbo Haayiluu…
Oduu biyya keessaa Hiyyummaan Qaaniidha, Badhaadhinni Qananiidha! – BKO Tsehay Guluma Aug 30, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC) – Hiyyummaan Qaanii, Badhaadhinni Qananii ta’uu Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa ibse. Biyyi bu’uura cimaa bu’uureessuufi dhaloonni waaressu…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensichaa Onkololeessa 22, 2017 Magaalaa Daakaatti balallii haaraa eegaluuf ta’uu ibse Sifen Megersa Aug 30, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC) - Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Onkololeessa 22, 2017 eegalee torbeen yeroo 6 gara Baangilaadiish Magaalaa Daakaatti balallii haaraa eegaluuf ta’uu…