Oduu biyya keessaa Hanga ammaatti biqiltuu miiliyoonni 234 dhaabame-TKM Debela Tadesse Aug 23, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC)-Sadarkaa biyyaalessaatti duula biqiltuu miiliyoona 600 dhaabuu gaggeeffamaa jiruun hanga ammaatti biqiltuun miiliyoonni 234 dhaabamuu Tajaajilli…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayitti Duulli Biqiltuu dhaabuu gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Aug 23, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC)- Naannoo Tigraayitti Sagantaan duula Ashaaraa magariisaa gaggeeffamaa jiraachuun ibsameera. Saganticharratti Pireezidaantii bulchiinsa Yeroo Naannoo…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti duulli sagantaa dhaabbii biqiltuu Ashaaraa magaariisaa guyyaa tokkoo gaggeeffamaa… Sifen Megersa Aug 23, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) – Godina Jimmaatti duulli Ashaaraa magariisaa guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 600 dhaabuu gaggeeffamaa jira. Godina Jimmaatti guyyaa tokkoon biqiltuu…
Oduu biyya keessaa Godina Iluu Abbaa Booritti duulli sagantaa dhaabbii biqiltuu Ashaaraa magaariisaa guyyaa tokkoo… Sifen Megersa Aug 23, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) – Godina Iluu Abbaa Booritti duulli sagantaa dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 600 dhaabuu gaggeeffamaa jira. Akka…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Dirre Dhawaa duulli sagantaan dhaabbii biqiltuu Ashaaraa magaariisaa guyyaa tokkoo… Sifen Megersa Aug 23, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Dirre Dhawaatti Duulli dhaabbiin biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 600 gaggeeffamaa jira. Bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Godina Harargee Lixaatti duulli sagantaa dhaabbii biqiltuu Ashaaraa magaariisaa guyyaa tokkoo… Sifen Megersa Aug 23, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) – Godina Harargee Lixaatti duulli sagantaa dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 600 dhaabuu gaggeeffamaa jira. Godina…
Oduu biyya keessaa Godinaalee Qellem Wallaggaa fi Wallaggaa Lixaatti duulli biqiltuu dhaabuu gaggeeffame Debela Tadesse Aug 23, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC)-Aanaalee Godinaalee Qellem Wallaggaa fi Wallaggaa Lixaatti duulli Ashaaraa Magariisaa guyyaa tokkoo gaggeeffameera. Duulicharratti kutaaleen hawaasaa fi…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa naannawaalee garaagaraatti duula biqiltuu dhaabuurratti hirmaatan Debela Tadesse Aug 23, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC)- Miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa naannawaalee garaagaraatti duula biqiltuu dhaabuurratti hirmaataniiru. Haaluma kanaan Ajaja Bahaatti miseensonni…
Oduu biyya keessaa Godina Booranaatti duulli sagantaa Ashaaraa magariisaa gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Aug 23, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC)- Godina Booranaatti dullii sagantaa Ashaaraa magariisaa gaggeeffamaa jiraachuun ibsameera. Godinichatti hawaasni ganamaan duula hojii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Beenishaangul Gumuzitti biqiltuu dhaaban Debela Tadesse Aug 23, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimd Duulaa biyyaalessaa gaggeeffamaa jirurratti hirmachuun Naannoo Beenishaangul Gumuzitti biqiltuu dhaabaniiru.…