Oduu biyya keessaa Gamtaan Awurooppaa Tumsaa ijoo Itiyoophiyaati jedhame Debela Tadesse Dec 17, 2024 0 Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)-Gamtaan Awurooppaa tumsaa ijoo misoomaa fi nageenyaa Itiyoophiyaa ta’uu Ministirri Dhimma Alaa ibse. Jila Itiyoophiyaa Ministira Ministeerichaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen Nageenyaa taasifame uummata tasgabbeesseera-Mana Marichaa Debela Tadesse Dec 17, 2024 0 Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti waliigalteen nageenyaa Mootummaa naannichaa fi qondaaltoota WBO giddutti taasifame ummataaf tasgabbii waaraa kan kennu ta'uu Manni Maree…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsa lafaa ammayyeessuuf hojiileen eegalaman cimanii itti fufu-Biiricha Debela Tadesse Dec 17, 2024 0 Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)- Bulchiinsa lafaa ammayyeessuuf hojiileen eegalaman cimanii kan itti fufan ta’uu Biiroon Lafa Oromiyaa beeksise. Sagantaan muuxannoo waljijjiirraa…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa Labsii Baankii Biyyaalessaa raggaasise Tsehay Guluma Dec 17, 2024 0 Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Labsii Baankii Biyyaalessa Itiyoophiyaa qorachuun raggaasiseera. Manni Marichaa walga’ii Idilee 1ffaa har’a gaggeesseen…
Oduu biyya keessaa Afaaritti faayidaa Temiiriirraa argamu guddisuuf hojjetamaa jira Debela Tadesse Dec 17, 2024 0 Finfinnee, Muddee 8, 2017 (FBC)-Naannoo Afaaritti oomishtummaa Temiirii babal’isuun faayidaa damicharraa argamu guddisuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Biiroon Misooma Qonnaa…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa boru Wixinee labsii Baankii Biyyaalessaa qorachuun ni raggaasisa Sifen Megersa Dec 16, 2024 0 Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa Walga'ii idilee 11ffaa bara hojii 4ffaa waggaa 6ffaa boru gaggeessuun Wixinee labsii Baankii Biyyaalessaa qorachuun ni…
Oduu biyya keessaa Ministirri Alaa Taanzaaniyaa Finifinnee galan Sifen Megersa Dec 16, 2024 0 Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC) –Ministirri Ministeera Dhimma Alaa fi Tumsa Afrikaa Bahaa Taanzaaniyaa Ambaasaaddar Mahaammud Taabiit Finfinnee galaniiru. Ambaasaaddar Mahaammud Taabiit…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Chaayinaatti Bulchaa Itti Aanaa kutaa Shandoong Juunjii Soongii waliin… Sifen Megersa Dec 16, 2024 0 Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Chaayinaatti Bulchaa Itti Aanaa kutaa Bulchiinsa Shandong Junjii Soongiifi Bakka Bu'oota…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Makonniin kan hundaa’e Faawundeeshiniin ‘Ye Addaam’ ifoome Sifen Megersa Dec 16, 2024 0 Finfinnee,Mudde 7, 2017 (FMC) – Ministira Muummee Itti Aanaa fi Ministira Dhimma Alaa duraanii FDRI Obbo Dammaqaa Makonniin kan hundaa’e Faawundeeshiniin 'Ye Addaam' ifoomeera. Sagantaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Ruwaandaan Shororkeessummaa dabalatee Yakkoota biroo waliin ittisuuf waliigalan Tsehay Guluma Dec 16, 2024 0 Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaa fi Ruwaandaan Shororkeessummaa,daddabarsa namootaa seeraan alaa fi Yakkoota daangaa ce’oo waloon ittisuuf waliigalaniiru. Waliigalticha…