Oduu biyya keessaa Labsiin Taaksii Dabalata Qabeenyaa Ragga’e Debela Tadesse Jul 4, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 36ffaa gaggeesseen labsii taaksii dabalata qabeenyaa raggaasiseera. Labsichi qusannaa fi…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Bulee Horaa barattoota kuma 1fi 456 eebbisiise Sifen Megersa Jul 4, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Bulee Horaa barattoota ogummaa gara garaan barsiisaa ture kuma 1fi 456 eebbiseera. Yuunivarsiitichi yeroo jalqabaaf barattoota…
Ispoortii Teen Haag Yuunaayitiid waliin waliigaltee haaraa mallatteessan Sifen Megersa Jul 4, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Leenjisaan Maanchister Yuunaayitiid Eerik Teen Haag kilabicha waliin waliigaltee haaraa hanga bara 2026'tti turu mallatteessaniiru. Teen Haag bara…
Oduu biyya keessaa Fedhiin Itiyoophiyaa karra galaanaa argachuu qofa-Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Jul 4, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaa sadarkaa guddina diinagdee galmeessaa jirtuun karra galaanaa argachuu qofa barbaaddi jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Shaggaritti Piroojektoonni Bu’uuraalee Misoomaa garaagaraa eebbifaman Tsehay Guluma Jul 4, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Piroojektoonni bu’uuraalee misoomaa garaagaraa ijaaramaa turan xumuramuun eebbifamaniiru.…
Oduu biyya keessaa Hanni gufuu fi salphina – MM Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Jul 4, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Hanni gufuu fi salphina guddaa ta'uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Akka mootummaatti hanni raawwatame hin jiru, kana…
Oduu biyya keessaa Fonqolchi mootummaa Itiyoophiyaa keessatti yoomiyyuu hinmilkaa’u-Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Jul 4, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC)-Fonqolchi mootummaa Itiyoophiyaa keessatti yoomiyyuu kan hinmilkoofne ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Ashaaraa magariisaa Itiyoophiyaan hojiirra oolchaa jirtu addunyaaf fakkeenya ta’uu ibsame Tsehay Guluma Jul 4, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Sagantaan Ashaaraa magariisaa Itiyoophiyaan hojiirra oolchaa jirtu addunyaaf fakkeenya ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa ibse. Tattaaffii addunyaan…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Odaa Bultum barattoota kuma 1fi 170 eebbisiise Tsehay Guluma Jul 4, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Odaa Bultum barattoota ogummaa garagaraatiin barsiisaa ture kuma 1fi 170 eebbisiiseera. Yuunivarsiitichi barattoota muummeewwan…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Haramaayaa barattoota muummee barnoota garaagaraan barsiisaa ture kuma 3 fi 370… Tsehay Guluma Jul 4, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) _ Yuunivarsiitiin Haramaayaa barattoota muummee barnoota garaagaraan barsiisaa ture kuma 3 fi 370 eebbisiiseera. Eebbifamtoota keessaa 49 digrii…