Oduu biyya keessaa Miseensonni WBO waamicha nageenyaa fudhatan galaa jiru Tsehay Guluma Dec 14, 2024 0 Finfinnee, Mudde 5, 2017 (FMC) –Waliigaltee Nageenyaa taasifame hordofee Miseensonni Waraanaa Bilisummaa Oromoo waamichaa nageenyaa fudhatan galuu itti fufuun ibsameera. Haaluma kanaan…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech sadarkaa ijaarsa Gamoo Manneen waliin jireenyaa Abbaa Darbii sagalii daawwatan Tsehay Guluma Dec 14, 2024 0 Finfinnee,Mudde 5, 2017 (FMC) – Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen sadarkaa ijaarsa Gamoo manneen waliin jireenyaa abbaa darbii sagalii lama kutaa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Godinichatti Pirojektonni 443 Birrii Miiliyoona 700 fi miiliyoona 16 oliin ijaaramaa jiraachuun… Tsehay Guluma Dec 14, 2024 0 Finfinnee,Mudde 5, 2017 (FMC) – Godina Harargee Lixaatti pirojektonni misoomaa garaagaraa 443 Birrii miiliyoona 700 fi miiliyoona 16 fi kuma 800 oliin ijaaramaa jiraachuun ibsame.…
Ispoortii Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 16ffaan taphni Maanchuwaal darbii hawwiin eegama Tsehay Guluma Dec 14, 2024 0 Finfinnee,Mudde 5, 2017 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 16ffaan har’aa eegaluun taphatamu. Har’a waaree booda sa’aatii 12:00 eegalee taphoonni 4 kan taphataman yoo…
Oduu biyya keessaa Kaadhimamtoonni Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa ta’uuf dhiyaatan falmii filannoo… Sifen Megersa Dec 13, 2024 0 Finfinnee, Mudde 4, 2017 (FMC) – Kaadhimamtoonni Dura Taa'aa Komishinii Gamtaa Afrikaa ta'uuf dhiyaatan har'a galma walga'ii gamtichaatti falmii filannoo gaggeessaniiru. Tokkummaa…
Oduu biyya keessaa Kaabineen Magaalaa Finfinnee ajandaalee misoomaaf faayidaa olaanaa qabanirratti mari’achuun… Sifen Megersa Dec 13, 2024 0 Finfinnee, Mudde 4, 2017 (FMC) – Kaabineen Magaalaa Finfinnee Walga'ii Idilee 4ffaa waggaa 4ffaa har'a gaggeesseen ajandaalee misoomaaf faayidaa olaanaa qabanirratti mari'achuun…
Oduu biyya keessaa Ministeerri nageenyaa fi UNICEF waloon hojjechuuf waliigalan Debela Tadesse Dec 13, 2024 0 Finfinnee, Mudde 4, 2017 (FMC)-Ministeerri Nageenyaa fi Mootummoota Gamtoomaniitti Dhaabbanni Deeggarsa Daa’immanii (UNICEF) walitti bu’iinsa ittisuu fi ijaarsa nageenyaa irratti waloon…
Oduu biyya keessaa Dhibdee Itiyoophiyaaf falli waaraan maree biyyaalessaa eegalle waloomaan milkeessuudha- Pir.… Debela Tadesse Dec 13, 2024 0 Finfinnee, Mudde 4, 2017 (FMC)-Dhibdee Itiyoophiyaaf falli waaraan maree biyyaalessaa eegalle waloomaan milkeessuudha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan.…
Oduu biyya keessaa Hojiileen misoomaa Magaalaa Dasseetti hojjetamaa jiran jajjabeessoodha-Dooktar Alamuu Simee Debela Tadesse Dec 13, 2024 0 Finfinnee, Mudde 4, 2017 (FMC)- Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen Magaalaa Dasseetti hojiilee misoomaa hojjetamaa jiran daawwataniiru. Dassee Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Raashiyaan bu’uuraalee misooma Anniisaa Yuukreen haleelte Sifen Megersa Dec 13, 2024 0 Finfinnee,Mudde 4, 2017 (FMC) – Raashiyaan bu’uuraalee misooma Anniisaa Yuukreenirratti haleellaa bal’aa ta’e raawwachuu Raayyaan Ittisaa biyyattii beeksise. Haleellaan kun haleellaa…