Oduu biyya keessaa Guyyaan idil Addunyaa Hararii kabajamaa jira Tsehay Guluma Jul 4, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Guyyaan idil Addunyaa Hararii 26ffaan magaalaa Hararii Istaadiyeemii Imaam Ahimaditti kabajamaa jira. Guyyaan kun bara darbe Kaanaadaatti kabajamuun…
Oduu biyya keessaa Dodolaatti pirojektonni Birrii miiliyoona 36’n hojjataman eebbaaf qophaa’an Tsehay Guluma Jul 4, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC)- Magaalaa Dodolaatti pirojektoonni Birrii miiliyoona 36’n hojjataman eebbaaf qophaa'uun ibsame. Pirojektoonni kunneen gamoo bulchiinsaa, iddoo horsiisa…
Oduu biyya keessaa Qormaanni Kutaa 12ffaa karaa nagaan akka xumuramu qophii gahaan taasiifame – Humni Walichaa Sifen Megersa Jul 4, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Qormaanni Kutaa 12ffaa bara kanaa karaa nagaan akka xumuramu qophii gahaan taasiifamuu Humni waloo Tikaa fi Nageenyaa beeksiise. Qormaanni kutaa…
Oduu biyya keessaa Bu’iitti Daa’immaan 4 lolaan fudhataman Debela Tadesse Jul 3, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)-Godina Guraagee Bahaa Magaalaa Bu’iitti daa’imman afur lolaadhaan fudhatamuu Waajjirri Poolisii Magaalattii beeksise. Ajajaa Poolisii Magaalattii…
Oduu biyya keessaa Balaa Ibiddaa Dirree Dhawaan lammiileen miidhaman akka tumsaman waamichi dhiyaate Debela Tadesse Jul 3, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)-Giddugala Gabaa Ashawaa Dirree Dhawaatti balaa ibiddaa guyyaa kaleessaa mudateen lammiilee miidhaan irra ga’e dandamachiisuuf hirmaannaa qindaa’aan akka…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Muudamoota garaagaraa kennan Tsehay Guluma Jul 3, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad muudamoota garaagaraa kennaniiru. Haalumaa kanaan: -Aadde Shawiit Shaankaa Ministira Ministeera Aadaa…
Oduu biyya keessaa Koonfiraansiin nageenya tiraafikaa Magaalaa Shaggar gaggeeffame Debela Tadesse Jul 3, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)- Koonfiraansiin Nageenya tiraafikaa Magaalaa Shaggar gaggeeffameera. Koonfiraansichi mata duree "Dogoggora kootiin lubbuun nama tokkoo hindarbiin"…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad boru Paarlaamaaf ibsa kennu Debela Tadesse Jul 3, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf boru ibsa kennu. Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii dilee 36ffaa…
Idil Addunyaa Hindiitti sirna amantaarratti lubbuun namoota 121 darbe Debela Tadesse Jul 3, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)- Kaaba Hindiitti balaa sirna amantaarratti baay’inaa namootaarraan waldhiibuu uumameen namoonni lubbuun darbuun 121 qaqqabuun gabaafame. Balichii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii fi Hoji Raawwachiisaa Maariyoot Internaashinaal waliin mari’atan Debela Tadesse Jul 3, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii fi Hoji Raawwachiisaa Maariyoot Internaashinaal Antoonii Kaapu’aanoo waliin mari’ataniiru.…