Ispoortii Poorchuugaal tapha nuusa xumuraaf dabarte Sifen Megersa Jul 2, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC) –Poorchuugaal Islooveeniyaa injifachuun tapha nuusa xumuraaf dabarte. Tapha moo'anii darbuu halkan kana taphatameen sa'aatiin idilee galchii malee…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Azarbaajaan walta’iinsa damee eegumsa naannawaarratti qaban kan cimsan ta’uu ibsan Debela Tadesse Jul 1, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC)– Itiyoophiyaa fi Azarbaajaan walta’iinsa damee eegumsa naannawaarratti qaban cimsuuf kan hojjetan ta’uu ibsan. Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota…
Ispoortii Faransaay Beeljiyamiin 1 fi 0’n injifatte Debela Tadesse Jul 1, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC)– Tapha Waancaa Awurooppaa 17ffaa har’a gaggeeffameen Faransaay Beeljiyamiin 1 fi 0’n injifatteetti. Haaluma kanaan Faransaay gara taphaa nuusa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech hojjettoota misoomaa magaalattii dabaree halkanii jajjabeessan Debela Tadesse Jul 1, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC)– Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hojjettoota hojiilee misoomaa Magaalattii sa’aatii 24 hojjetaa jiran jajjabeessan.…
Oduu biyya keessaa Pirofeesaroota Abbaa fi Ilma Debela Tadesse Jul 1, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC)– Pirofeesar Baayyee Yimaam (Abbaa) fi Pirofeesar Qaala’aab Baayyee Yimaam (Ilma) hayyoota Yuunivarsiitiin Finfinnee horateedha. Hayyoonni lameen…
Oduu biyya keessaa Akka Biyyatti damee konkolaataa elektirikiin hojiileen hojjetaman jajjabeessadha-Dooktar Alamuu… Debela Tadesse Jul 1, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC)– Akka biyyaatti damee konkolaataa elektirikiin hojiileen hojjetaman jajjabeessaa ta’uu Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xurunaan Gambeellaatti sochii dhaabbata invastimantii albuudaa daawwatan Debela Tadesse Jul 1, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC)– Ministirri Muummee Ittaanaa Tamsageen Xurunaan Naannoo Gaambeellaa Aanaa Diimaatti sochii dhaabbata albuudaa Itinoo Akooboo daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Godinichatti Pirojektoonni Birrii biiliyoona 3 oliin ijaaraman Eebbaaf qophaa’uun ibsame Tsehay Guluma Jul 1, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC) –Godina Harargee Lixaatti pirojektoonni 123 baasii Birrii biiliyoona 3 fi miiliyoona 160 oliin ijaaraman xumuramuun Eebbaaf qophaa’uun ibsameera.…
Ispoortii Dhalattoota Afrikaa lammiilee Ispeen Waancaa Awurooppaarratti ga’umsa olaanaa argisiisaa jiran Sifen Megersa Jul 1, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC) – Dhalattoota Afrikaa lammiilee Ispeen Waancaa Awurooppaarratti ga’umsa olaanaa agarsiisaa jiran Niikoo Wiiliyaamsii fi Laamiin Yaamaal. Hidda…
Oduu biyya keessaa Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti hojiilee misoomaa… Sifen Megersa Jul 1, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti hojiilee misoomaa daawwachaa jira.…