Ispoortii Yuukreen Isloovaakiyaa injifatte Tsehay Guluma Jun 21, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Tapha Waancaa Awurooppaa 17ffaa har’a sa’atti 10:00 irraa eegale taphatameen Yuukreen Isloovaakiyaa galchii 2 fi 1n injifatte. #Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Itiyoophiyaatti Bakka Bu’aa UNICEF waliin mari’atan Debela Tadesse Jun 21, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC)-Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo oromiyaa Shimallis Abdiisaan Itiyoophiyaatti Jila Bakka Bu’aa Dhaabbataa Deeggarsaa Daa’immanii Mootummoota Gamtoomanii…
Ispoortii Adaamaan Baahirdaariin Injifatamte Debela Tadesse Jun 21, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC)-Tapha Piriimiyeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 28ffaan Magaalaan Baahirdaar 3 fi 2’n Magaalaa Adaamaa injfateera. Tapha Piriimiyer Liigichaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech jila Itti Aanaa Barreessaa Olaanaa Paartii Koministii fi Pireezidaantii… Sifen Megersa Jun 21, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen jila Itti Aanaa Barreessaa Olaanaa Paartii Koministii fi Pireezidaantii Inistiityuutii Hoggansaa…
Fayyaa Godina Jimmaatti aanaaleen hojii fayyaan fakkeenya ta’an daawwataman Tsehay Guluma Jun 21, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Godinichatti gaggeessitootniifi ogeeyyiin fayyaa godinaalee 21, aanaalee godina Jimmaa fakkeenya ta'an 2 daawwataniiru. Godina Jimmaatti hojii…
Oduu biyya keessaa Hundeeffama Waggaa 80ffaa Kilaba Ispoortii ‘Machaal’ irratti Ispoorteessitoonni bebeekamoon… Tsehay Guluma Jun 21, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Sirna kabaja hundeeffama Waggaa 80ffaa Kilaba Ispoortii Machaal’ irratti Ispoorteessitoonni bebeekamoom Poorchuugaal akka argamaniif hojjechaa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyeen Barreessa Olaanaa Komishinii Dinagdee Afrikaa waliin mari’atan Debela Tadesse Jun 21, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC)-Ministirri Ministeera Dhimma Ala Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Barreessaa Olaanaa Komishinii Diinagdee…
Oduu biyya keessaa Hidhattoota duraanii deebisanii dandamachiisuuf qaamoleen dhimmichi ilaallatu gahee isaanii akka… Debela Tadesse Jun 21, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC)- Hidhattoota duraanii deebisanii dandamachiisuuf qaamoleen dhimmichi ilaallatu gahee isaanii akka bahatan Komishiniin Haaromsa Biyyaalessaa gaafate.…
Oduu biyya keessaa Gargaaramtummaa maksinee Oomishtummaan birmadummaa biyyaa guutuu taasifna-BKO Debela Tadesse Jun 21, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC)- Gargaaramtummaa maksinee Oomishtummaan birmadummaa biyyaa guutuu taasifna jechuun Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa ibse. Biirichi ibsa baaseen…
Oduu biyya keessaa Bara kana barattoonni kumni 178 qormaata ba’umsaa ni fudhatu jedhame Sifen Megersa Jun 21, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Bara kana barattoonni kumni 178 qormaata ba’umsa Yuunivarsiitii kan fudhatan ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksiise. Qormaata har’aa eegalee hanga…