Idil Addunyaa Hamaas Teel Aviivitti haleellaa Rokkeetti raawwate Sifen Megersa May 26, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2016 (FBC) – Hamaas har'a Giddugaleessa Isiraa'eel Teel Aviivitti haleellaa Rokkeetti raawwachuu beeksise. Hamaas haleellaa bal'a Giddugaleessa Isiraa'eelitti…
Ispoortii Fiigichi guddaan dorgomtoota kuma 1 fi 500 hirmaachise Boqojjiitti gaggeeffame Sifen Megersa May 26, 2024 0
Ispoortii Fiigichi Daayimand Liigii Yuujiinitti gaggeeffame Atileetoonni Itiyoophiyaa injifatan Sifen Megersa May 26, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2016 (FBC) – Fiigichi Daayimand Liigii meetira kuma 1 fi 500 fi meetira kuma 5niin Yuujiinitti gaggeeffame Atileetoonni Itiyoophiyaa injifataniiru. Dorgommii…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech ijaarsa Gamoo mana jireenyaa jiraattoota galii gadi aanaa qabaniif oolu eegalchiisan Sifen Megersa May 26, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2016 (FBC) – Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen kutaa magaalaa Liddataatti ijaarsa Gamoo mana jireenyaa jiraattoota galii gadi aanaa qabaniif oolu…
Oduu biyya keessaa Dhaabbii biqiltuu Ashaaraa Magariisaa baranaaf sadarkaa olaanaan qophiin taasifamaa jira –… Sifen Megersa May 25, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2016 (FBC) – Dhaabbii biqiltuu Ashaaraa Magariisaa baranaaf sadarkaa olaanaan qophiin taasifamaa jiraachuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.…
Ispoortii Maanchiister Yuunaayitiid Waancaa FA injifate Sifen Megersa May 25, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) – Maanchiister Yuunaayitiid morkataa isaa Maanchiister Siitii injifachuun Waancaa FA gulummeeffateera. Yuunaayitiid galchii 2 fi 1n Siitii injifachuun…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Olaanoon Mootummaa Federaalaa hojiilee misoomaa Magaalaa Naqamtee daawwatan Tsehay Guluma May 25, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) – Hoggantoonni Olaanoon Mootummaa Federaalaa hojiilee misoomaa Magaalaa Naqamteetti hojjetamaa jiran daawwataniiru. Ministira Ministeera Qonnaa…
Oduu biyya keessaa Hojiin Asiidummaa biyyee hir’isuu baasii Birrii biiliyoona 1.4 hojjetamaa jira –… Tsehay Guluma May 25, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) – Hojiin Asiidummaa biyyee hir'isuu lafa hektaara kuma 52 fi 710 irratti baasii Birrii biiliyoona1.4 hojjetamaa jiraachuu Ministeera Qonnaa beeksise.…
Ispoortii Viinseenti Kompaaniin leenjisaa Baayerni Muunikii ta’uuf waliigale Tsehay Guluma May 25, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) – Viinseenti Kompaaniin waggoota sadan itti aananiif leenjisaa Baayerni Muunikii ta'uuf waliigaluu ibsame. Baayermuunik Vinseenti…
Oduu biyya keessaa Interpiraayiziin sanyii filatamaa Oromiyaa sanyii filatamaa baay’inaa fi qulqullinaan dhiyeessuuf… Tsehay Guluma May 25, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) – Interpiraayiziin sanyii filatamaa Oromiyaa sanyii filatamaa baay’inaa fi qulqullinaan dhiyeessuun haqina sanyii filatamaa mudatu furuuf…