Sirni awwaalchaa Pireezidaantii duraanii Iraan Ibraahiim Raayisii raawwatame
Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Balaa Heliikooptaraan muudateen kan du'an Sirni awwaalchaa Pireezidaantii duraanii Iraan Ibraahiim Raayisii raawwatameera.
Sirni awwaalchaa Ibiraahim…