Biiznasii Qaala’iinsi gatii % 23.3tti gadi hir’achuu ibsame Tsehay Guluma May 22, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) – Baatiwwan saglan darban Qaala’iinsi gatii gara % 23.3tti gadi bu’uu Ministeerri Pilaanii fi Misoomaa beeksise. Gatiin meeshaalee nyaataa yeroo…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy misooma naannawaa Holqa Soof Umar galii kitaaba ‘Dhaloota Ida’amuu’ irraa… Sifen Megersa May 21, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad misooma naannawaa Holqa Soof Umar galii kitaaba 'Dhaloota Ida’amuu' irraa argameen hojjetamaa jiru…
Oduu biyya keessaa Qamadii jallisii boneen misoomerraa hanga ammaatti callaa kuntaalli miiliyoonni 90 argame –… Sifen Megersa May 21, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Qamadii jallisii boneen misoomerraa hanga ammaatti callaa kuntaalli miiliyoonni 90 argamuu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen himaniiru.…
Oduu biyya keessaa Aadde Caaltuu Saaniin Abbootii Qabeenyaa Awustiraaliyaa waliin mari’atan Tsehay Guluma May 21, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) –Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin Abbootii qabeenyaa Awustiraaliyaa Damee Indaastirii Konistiraakshiniirratti…
Oduu biyya keessaa Godinichatti hiriirri deeggarsaa mootummaa jijjiiramaa fi balaaleffannaa shanee gaggeeffame Tsehay Guluma May 21, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Godina Arsii Aanaa Roobeetti hiriirri deeggarsaa mootummaa jijjiiramaa fi balaaleffanna shanee gaggeeffameera. Hirmaattootni hiriirichaas gochaa…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoonni hiriyaa isaanii ajjeesuun Konkolaataa inni konkolaachisaa ture fudhatanii miliqan… Tsehay Guluma May 21, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Shakkamtoonni hiriyaa isaanii ajjeesuun Konkolaataa inni konkolaachisaa ture fudhatanii miliqan sa’aatii 24 keessatti to’atamuu…
Oduu biyya keessaa Kenniinsa Qormaataa Kutaa 6ffaafi 8ffaa irratti mariin hubannoo cimsuu gaggeeffame Tsehay Guluma May 21, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Qormaata sadarkaa naannoo kutaa 6ffaafi 8ffaa Caamsaa 29, 2016 eegalee kennamu ilaachisee mariin hubannoo cimsuu magaalaa…
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensichaa Oomisha Bunaa gara Eeshiyaa fi Giddugaleessa Bahaatti ergamuuf gatii fe’umsaa… Tsehay Guluma May 21, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyooophiyaa Oomisha Bunaa gara Eeshiyaa fi Giddugaleessa Bahaatti ergamuuf gatii fe’umsaa hir’isuu beeksiiseera. Buna…
Ispoortii Toonii Kiruus tapha Kubbaa Miilaa dhaabuuf ta’uu beeksiise Tsehay Guluma May 21, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Taphataan sarara gidduu Kilaba Riyaal Maadridii fi Garee Biyyaalessa Jarman Toonii Kiruus waancaa Awurooppaa 2024 booda tapha Kubbaa Miilaa…
Idil Addunyaa Xiyyaara Landanii- Singaapor balali’aa ture raafamni guddaan mudatee lubbuun namaa darbe Tsehay Guluma May 21, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Balallii Landanii gara Singaapooritti taasifamaa ture raafamni qilleensaa guddaan mudachuun namni 1 yoo du’u, namootni 30 tahan madaa’uu…