Naannichi baatiwwan saglan darban galii Birrii biiliyoona 1.6 walitti qabuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Naannoon Gaambeellaa baatiwwan saglan darban galii Birrii biiliyoona 1.6 walitti qabuu Biiroon Galiiwwanii naannichaa beeksiseera.…