Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad muudamoota garaagaraa kennan Tsehay Guluma May 20, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad muudamoota garaagaraa kennaniiru. Haaluma kanaan 1. Injinar Ayishaa Mahaammad Ministira…
Oduu biyya keessaa Piroojektiin misooma Cancala Sona Qamadii jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamachiisu ifoome Tsehay Guluma May 20, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Piroojektiin misooma Cancala Sona Qamadii jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamachiisu naannoo Afaaritti ifoomeera. Piroojektichi oomishtummaa…
Oduu biyya keessaa Hundeefamni Fooramii Dargaggoota dhaabbilee Mootummaa fi Waldaalee Siivikii gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma May 20, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Qooda fudhattoota waliin gurmaa’insa dargaggootaa fi dhimmoota dargaggootarratti kan hojjetu fooramiin dargaggoota dhaabbilee mootummaa fi Waldaalee…
Oduu biyya keessaa Gamaaggamni raawwii hojii baatiwwan saglan darbanii Dhaabbiilee Wamaamtoota Waajjira Ministira… Tsehay Guluma May 20, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Gamaaggamni raawwii hojii baatiwwan saglan darbanii Dhaabbiilee Wamaamtoota Waajjira Ministira Muummee Bakka Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo…
Idil Addunyaa Pireezidaantiin Iraan Ibraahiim Raayis balaa Heliikoptaraa mudateen lubbuun darbuu ibsame Sifen Megersa May 20, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) –Pireezidaantii Iraan Ibraahiim Raayis fi Ministirri Dhimma Alaa biyyattii Hoseen Amiin Abidoolaahiin balaa Heliikoptaraa mudateen lubbuun darbuu ibsameera.…
Ispoortii Maanchiister Siitiin Shaampiyoonaa Piriimeer Liigii Ingilaandi bara kanaa ta’e Sifen Megersa May 19, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Maanchiister Siitiin Yeroo 4ffaaf walitti aansuun Shaampiyoona Piriimeer Liigii Ingilaandi bara kanaa ta'eera. Siitiin galchii 3 fi 1n Weest Haam…
Oduu biyya keessaa Bu’uuraaleen misoomaa hojjetaman lammiilee qaama miidhamtootaaf xiyyeeffannoo kan kennan… Sifen Megersa May 19, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Bu'uuraaleen misoomaa magaalota keessatti hojjetaman lammiilee qaama miidhamtootaaf xiyyeeffannoo kan kennan ta'uu qabu jedhan Ministirri Muummee FDRI…
Idil Addunyaa Heliikooptarri Pireezidaantii Iraan dabalatee hoggantoota olaanoo biyyattii feetee imalaa turte… Sifen Megersa May 19, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Heliikooptarri Pireezidaantii Iraan Ibraahiim Raayisin dabalatee hoggantoota olaanoo biyyattii feetee imalaa turte Baha Azaarbaajaanitti kuftee caccabuu…
Oduu biyya keessaa Waayita Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa 3ffaa injifattu miseensa garichaa kan turan Hayilamaariyaam… Sifen Megersa May 19, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Bara 1954 Waayita Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa 3ffaa injifattu miseensa garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa kan turan Hayilamaariyaam Makonniin addunyaa…
Ispoortii Shaampiyoonaan Mo’aa Mo’attootaa Bulchiinsa Magaalota Godina Jimmaa eegale Sifen Megersa May 19, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Shaampiyoonaan Mo'aa Mo'attootaa Bulchiinsa Magaalota Godina Jimmaa 33 hirmaachise eegalameera. Dorgommichi dargaggota godinaafi naannoo bakka bu'an…