Oduu biyya keessaa Yaa’iin waggaa qorannoo Hambaalee gaggeeffamuu eegale Tsehay Guluma May 14, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Yaa’iin waggaa qorannoo Hambaalee Itiyoophiyaa yeroo jalqabaaf Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera. Ministira Ministeera…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Waachaatti Piroojektiin bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 240 oliin ijaarame eebbifame Tsehay Guluma May 14, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Itiyoophiyaa magaalaa Waachaatti Piroojektiin bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 240 oliin ijaarame eebbifamuun…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingilaandiin tapha murteessaa Tootenhaamii fi Maanchiister Siitii gidduutti… Tsehay Guluma May 14, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Piriimeer Liigii Ingilaandiin har’a taphni qixxeessituun Tootenhaamii fi Maanchiister Siitii gidduutti taphatamu xiyyeeffannoo argateera. Har’a…
Uncategorized Naannoon Oromiyaa Indaastirii Maanufaakchariingii akka toora xiyyeeffannoo tokkootti adda baasee… Tsehay Guluma May 14, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Naannoon Oromiyaa Indaastirii Maanufaakchariingii akka toora xiyyeeffannoo tokkootti adda baasee socha’uun isaa milkaa’ina sosochichaatiif…
Idil Addunyaa Afrikaa Kibbaatti hojjettoonni Jijjiga Gamoo keessa turan guyyaa 5 booda lubbuun argaman Tsehay Guluma May 13, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2016 (FBC) – Afrikaa Kibbaatti hojjettoonni Jijjiga Gamoo keessa turan guyyaa 5 booda lubbuun argamuu gabaafame. Afrikaa Kibbaa Magaalaa Joorjitti guyyaa 5…
Biiznasii Magaalichatti Gibira Manaarraa galiin Birriin biiliyoonni 6 ol walitti qabame Tsehay Guluma May 13, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti baatiwwan saglan darban Gibira Manaarraa galiin Birriin biiliyoonni 6 ol walitti qabamuu Biiroon Galiiwwanii magaalichaa beeksise.…
Fayyaa Namichi yeroo jalqabaaf kaleen booyyee jijjiirameef ji’a lamaan booda lubbuun darbuu ibsame Tsehay Guluma May 13, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2016 (FBC) – Namni maqaan isaa Richaard Riik Silaayimaan jedhamu Wal'aansa Baqaqsanii yaaluun kaleen booyyee jijjiirameefi ji’a lamaan booda lubbuun darbuu…
Oduu biyya keessaa Sanyiin gaariin har’a facaafnu, bori firii gaarii akka kennu amanuun daa’immannirratti… Tsehay Guluma May 13, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2016 (FBC) –Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen hooggantoota Afrikaa biyyoota garagaraarraa muuxannoo qodachuuf dhufan oolmaawwan…
Oduu biyya keessaa Baankichi Indaastirii oomishaaf liqii Birrii biiliyoona 30 kennuu beeksise Tsehay Guluma May 13, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2016 (FBC) – Baankiin Misooma Itiyoophiyaa baatiwwan saglan darban Indaastirii oomishaaf liqii Birrii biiliyoona 30 kennuu beeksiseera. Baatiwwan saglan darban…
Idil Addunyaa Indoonezhiyaatti balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 41 darbe Tsehay Guluma May 13, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2016 (FBC) – Indooneezhiyaatti balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 41 darbuu Ejensiin Balaa Biyyattii beeksisee. Biyyattitti Rooba Itti fufiinsaan sa’aatii…