Oduu biyya keessaa Agarsiifni Itiyoophiyaan haa oomishtuu baname Tsehay Guluma May 9, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Agarsiifni sososchii Itiyoophiyaan haa Oomishtuu Magaalaa Finfinnee Galmaa Barkumeetti banameera. Hudhaalee damee Indaastirii Oomishaa furuun…
Oduu biyya keessaa Koreewwan Dhaabbii Caffee Oromiyaa, Raawwii Kurmaana 3ffaa Manneen Hojii qorachaa jira Tsehay Guluma May 9, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Koreewwan Dhaabbii Caffee Oromiyaa, Raawwii Kurmaana 3ffaa Bara 2016 Manneen Hojii naannichaa Isaaniif Itti Waamaman Adaamaatti qorachaa jiru.…
Oduu biyya keessaa Guyyaa tokkotti Teeleetoonii Diijitaalaan Birrii miiliyoona 50 walitti qabuuf sagantaa qophaa’e –… Tsehay Guluma May 9, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Sosochii ‘Itiyoophiyaa qulqulluuf’ Caamsaa 4, 2016 Teeleetoonii Diijitaalaan guyyaa tokkotti Birrii miiliyoona 50 walitti qabuuf sagantaan…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xirunaan simannaa ummanni Wallaggaa hoggansa jijjiiramaaf taasise galateeffatan Sifen Megersa May 8, 2024 0 Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan simannaa ummanni Wallaggaa har’a Naqamteetti jila hoggansa mootummaa jijjiiramaaf taasise…
Idil Addunyaa Astiraazeenikaan Talaallii Covid -19 oomishuu dhaabuu beeksiise Sifen Megersa May 8, 2024 0 Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Talaalliin Covid -19 Astiraazeenikaan fayyaa namaarratti dhiibbaa qaqqabsiisuu hordofee oomishichi Gabaa Addunyaa keessa ba’uu dhaabbatichi beeksiseera.…
Fayyaa Biirichi gamaaggama raawwii Baatiwwan sagalii Magaalaa Adaamaatti gaggeessuu eegale Sifen Megersa May 8, 2024 0 Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Biiroon Fayyaa Oromiyaa gamaaggama raawwii baatiwwan sagalii Magaalaa Adaamaatti gaggeessuu eegaleera. Biirichi qorannoo dhibee HIV/ AIDS irratti…
Oduu biyya keessaa Warshaan Maxxansaa Jaappaan Itiyoophiyaatti hojii maxxansaa eegaluufi Sifen Megersa May 8, 2024 0 Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Warshaan Maxxansaa Jaappaan ‘Tooppaan Giraaviitii’ jedhamu Itiyoophiyaatti hojii maxxansa paaspoortii, waraqaa eenyummaa dijitaalaafi kaardii ATM maxxansuu…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyeen gita isaanii Turki waliin mari’atan Sifen Megersa May 8, 2024 0 Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen gita isaanii Turki Haakaan Fiidaan waliin mari’ataniiru. Dhimmoota hariiroo waloo,…
Oduu biyya keessaa Argisiifni suuraa hariiroo Dippiloomaasii Itiyoo – Ameerikaa waggoota 120 mul’isu baname Sifen Megersa May 8, 2024 0 Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Argisiifni suuraa hariiroo Dippiloomaasii Itiyoo – Ameerikaa waggoota 120 mul’isu banameera. Argisiisichi ‘suuraa agarsiiftuu Imala hariiroo waloo…
Oduu biyya keessaa Sudaanitti nageenya waaressuu keessatti Itiyoophiyaan gahee murteessa akka baatu gaafatame Sifen Megersa May 8, 2024 0 Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) –Sudaanitti nageenya waaressuu keessatti Itiyoophiyaan gahee murteessa akka baatu gaafatameera. Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar…