Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Ijaarsa manneen jireenyaa kuma 4 eegalchiisan Tsehay Guluma Apr 27, 2024 0 Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Ijaarsa manneen jireenyaa kuma 4 eegalchiisaniiru. Manneen kunnee tumsa mootummaa fi…
Oduu biyya keessaa Lammileen kuma 1 fi 232 gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Apr 26, 2024 0 Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC)- Lammileen kuma 1 fi 232 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru. Deebitoota keessaa kumni 1 fi 231 dhiirota, dubartii 1 fi guddattoonni umriin…
Oduu biyya keessaa Sagantaa Ashaaraa Magariisaa baranaaf qophii gahaan taasifameera-Dooktar Girmaa Amante Debela Tadesse Apr 26, 2024 0 Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC)- Sagantaa Ashaaraa Magariisaa baranaaf qophii gahaan taasifamuu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen dubbatan. Qophii Sagantaa Ashara…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Koongoo Biraazaavil damee geejjiba qilleensaan waloon hojjechuuf waliigalan Debela Tadesse Apr 26, 2024 0 Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaa fi Koongoo Biraazaaviil damee geejjiba qilleensaan waloon hojjechuuf waliigaltee gamlamee mallatteessaniiru. Waliigaltichas Ministirri…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin waloo gamaaggama raawwii hojii walakkaa waggaa Komishinii Ministiroota Itiyoo – Jibuutii… Tsehay Guluma Apr 26, 2024 0 Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC) – Waltajjiin waloo gamaaggama raawwii hojii walakkaa waggaa Komishinii Ministirootaa Itiyoo – Jibuutii 16ffaan guyyoota 2’f gaggeeffamaa ture…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa Baajata dabalataa Birrii biiliyoona 21 raggaasiise Tsehay Guluma Apr 26, 2024 0 Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC) – Manni Maree Magaalaa Finfinnee Yaa’ii idilee 3ffaa bara hojii 3ffaa gaggeesseen Baajata dabalataa Birrii biiliyoona 21 raggaasiiseera. Baajata…
Biiznasii Ayyaana Sooma Hiikaaf hanqinni dhiyeessii oomishaalee akka hin mudanne xiyyeeffannoon hojjetamaa… Tsehay Guluma Apr 26, 2024 0 Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC) – Ayyaana Sooma Hiikaaf hanqinni dhiyeessii oomishaalee fi daballiin gatii akka hin mudanne xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Biiroon Daldalaa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Faawundeeshinii Biil fi Meeliindaa Geetis waliin mari’atan Tsehay Guluma Apr 26, 2024 0 Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Faawundeeshinii Biil fi Meeliindaa Geetis Maark Luuzimaanii fi jila isaaniin…
Oduu biyya keessaa Hojiilee ijaarsa dandeettii fi siyaasaa milkaa’aa itti fufsiisuuf naannoleen hojiilee siyaasaa… Debela Tadesse Apr 26, 2024 0 Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC)- Hojiilee ijaarsa dandeettii fi siyaasaa milkaa’aa itti fufsiisuuf naannoleen hojiilee siyaasaa gidduu isaanii cimsuu qabu jedhan Itti Gaafatamaan Damee…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Miseensa Baankii ‘New Development Bank’ ta’uuf hojjechaa jiraachuu ibsame Sifen Megersa Apr 26, 2024 0 Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan Miseensa Baankii ‘New Deve lopment Bank’ ta’uuf hojjechaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiseera. Baankii BRICS kan ta’e Miseensa…