Oduu biyya keessaa Obbo Geetuun Godina Baaleetti facaasaa qonna Arfaasaa eegalchiisan Tsehay Guluma Apr 16, 2024 0 Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) –Jilli Hogganaa Biiroo Qonna Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamuu Godina Baalee Aanaa Sinaannatti facaasaa qonna Arfaasaa eegalchiiseera.…
Oduu biyya keessaa Olaantummaa seeraa mirkaneessuuf hojiin eegalame cimee itti fufa – Obbo Awwaluu Abdii Tsehay Guluma Apr 16, 2024 0 Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) – Olaantummaa seeraa mirkaneessuuf hojiin eegalame cimee kan itti fufu ta’uu Pireezidaantii Itti Aanaan naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin ibsan.…
Oduu biyya keessaa Godina Kafaatti Balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 5 darbe Tsehay Guluma Apr 16, 2024 0 Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) – Naannoo Ummattoota Kibba Lixaa Itiyoophiyaa Godina Kafaa Aanaa Canaatti Balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 5 darbe. Konkolaataan deddeebisa…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen tajaajila miidiyaa hawaasaa dambii fi qajeelfama kabajuun itti gaafatamummaan hojjechuu… Sifen Megersa Apr 16, 2024 0 Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) – Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaa gabaasa biyyaalessaa haasawa jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa miidiyaalee hawaasummaa ifoomsera. Dhaabbileen…
Oduu biyya keessaa Ayyaana lid Shawwaal sababeeffachuun agarsiisni Aadaa fi Feestivaalli baname Tsehay Guluma Apr 16, 2024 0 Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) –Magaalaa Harariitti Ayyaana lid Shawwaal sababeeffachuun agarsiisni Aadaa fi Feestivaalli banameera. Agarsisichi Bakka Pireezidaantiin Naannoo Hararri…
Oduu biyya keessaa Jibutiitti rakkoo lammiilee Sanada malee jiraatanii furuuf bifa addaan hojjetama jedhame Tsehay Guluma Apr 16, 2024 0 Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) – Jibutiitti Rakkoo lammiilee Sanada malee jiraatanii furuuf bifa addaan kan hojjetamu ta’uu Tajaajilli Immigireeshinii fi Lammummaa beeksise.…
Ispoortii Taphoonni deebii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a ni taphatamu Tsehay Guluma Apr 16, 2024 0 Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) – Taphoonni deebii Nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a galgala ni taphatamu. Har’a galgala sa’aatii 4:00 irraa jalqabee taphni…
Oduu biyya keessaa Deenmaark Damee Qonnaan Itiyoophiyaa waliin hojjechuuf murannoo qabachuu ibsite Tsehay Guluma Apr 16, 2024 0 Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) –Manni Maree Imaammata Misoomaa Deenmaark damee qonnaan Itiyoophiyaa waliin tumsan hojjechuuf murannoo qabaachuu ibseera. Ministirri Ministeera Qonnaa…
Biiznasii Hamma Buna Gabaa Alaaf ergamuu guddisuuf hojjetamaa jira jedhame Tsehay Guluma Apr 16, 2024 0 Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) – Hamma Buna Gabaa Alaaf ergamuu guddisuuf hojiin gabaa Alaa babal’isuu hojjetamaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii beeksiise. Biyyoota Giddu…
Oduu biyya keessaa Balaa lolaa Roobni Arfaasaa qaqqabsiisuu danda’u ittisuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame Tsehay Guluma Apr 16, 2024 0 Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) – Balaa lolaa Roobni Arfaasaa qaqqabsiisuu danda’u ittisuuf hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Itiyoophiyaa beeksise. Lolaan Rooba…