Oduu biyya keessaa Ayyaanni Iid Alfaxir Finfinneetti kabajamaa jira Sifen Megersa Apr 10, 2024 0 Finfinnee, Ebla 2, 2016 (FBC) - Ayyaanni Iid Alfaxir bara hijiraa 1445ffaan Istaadiyeemii Magaalaa Finfinneetti kabajamaa jira. Hordoftoonni amantaa Islaamaa magaalaa Finfinnee fi…
Oduu biyya keessaa Kantiibaan Magaalaa Dirree Dhawaa Obbo Kadir Juhaar ergaa baga geessanii dabarsan Debela Tadesse Apr 9, 2024 0 Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar ayyaana Iid Alfaxiir kan bara Hijiraa 1445ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii…
Oduu biyya keessaa MMI Obbo Tamasgeen Xurunaan erga baga ittiin isiin gahe dabarasan Debela Tadesse Apr 9, 2024 0 Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)-Ministira Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Ayyaana Iid Alfaxiir waggaa 1445ffaa sababeeffachuun erga baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Ergaa…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa Ayyaana Iid Alfaxiir sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarse Debela Tadesse Apr 9, 2024 0 Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Ayyaana Iid Alfaxiir sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera. Ergaa isaanin ayyaanichi kan nagaa, waldeeggarsaa fi…
Oduu biyya keessaa Ayyanaa Iid Alfaxiiri qindoominaa fi waltumsuun kabajachuu qaban-Obbo Aragga Kabbadaa Tsehay Guluma Apr 9, 2024 0 Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)- Ayyanaa Iid Alfaxiir wayita kabajnu tola waliif ooluun, nageenyaa fi tokkumaa qindoominni fi tumsi cimsuun ta’uu qaba jedhan Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 304’tti tilmaamaman to’ataman Tsehay Guluma Apr 9, 2024 0 Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)- Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 304’tti tilmaamaman to’atamuu Koomishiniin Gumurukaa beeksise. Koomiishinichi hordoffii Bitootessa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantonni Naannolee Ayyaana Iid Alfaxiir sababeeffachuun ergaa hawwii gaarii dabarsan Tsehay Guluma Apr 9, 2024 0 Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)- Pireezidaantonni naannolee biyyattii garaagaraa Ayyaanaa Iid Alfaxiir kan bara Hijraa 1445’ffaa sababeeffachuun ergaa hawwii gaarii dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Ayyaana Iid Alfaxir ilaalchisuun ergaa hawwii gaarii dabarsan Tsehay Guluma Apr 9, 2024 0 Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Iid Alfaxir waggaa 1445ffaaf ilaachisuun ergaa hawwii gaarii dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Dudhaaleen amantaalee tokkummaa fi waloomaaf bu’uura cimaadha-Obbo Aganyawu Tashaagar Debela Tadesse Apr 9, 2024 0 Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)-Dudhaaleen Amantaalee nageenya waaraa ummataaf, tokkummaa fi waloomaaf bu’uura cimaa ta’uu Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyawu Tashaagar dubbatan.…
Oduu biyya keessaa Hojiilee eebbifamoo baatii Raamadaanaatti raawwataman yeroo kaanis itti fufsiisuun… Tsehay Guluma Apr 9, 2024 0 Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)- Hojiilee eebbifamoo miira namoomaa fi dhiifamaatiin baatii raamadaanaatti raawwataman yeroo kaanis aadeffachuun itti fufsiisuun murteessaa ta’uu Itti…