Yearly Archives
2024
Bidiruun “Xaanaa Nesh” Buufata Doonii Jibuutii qaqqabde
Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC)- Dhaabbata Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksii Itiyoophiyaan tajaajilaa geejjibaa bishaanirraa biyyaa keessaaf Bidiruuwwan bitaman lama Buufata Doonii…
Obbo Adam Faaraah Itti Gaafatamaa Giddugala Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii ta’uun muudaman
Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC)- Obbo Adam Faaraah Sadarkaa Ministira Muummee Ittaanaatti Itti Gaafatamaa Giddugala Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii ta'uun Ministira Muummee FDRI…
Raashiyaan haleella Moskoo ilaalchise Ameerikaarratti qorannoo shororkeessummaa eegaluu ibsite
Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC)- Koreen Qorannoo Raashiyaa Haleellaa Moskootti raawwate ilaalchisee Ameerikaa fi biyyoota Lixaarratti qorannoo shororkeessummaa eegaluu beeksiste.…
Aadde Mufaariyaat Kaamiil Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC)- Ministirri Hojii fi Ogummaa Aadde Mufaariyaat Kaamiil Pireezidaanti Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa waliin mari’ataniiru.
Marii…
Xaa’oo Qonna Arfaasaaf barbaachisu guutummaatti dhiyaachuun ibsame
Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC)- Xaa’oon biyyee Qonna Arfaasaaf barbaachisuu meetirik toonii kuma 469 ol dhiyeessuuf karoorfame guutummaatti dhiyaachuu Ministeerri Qonnaa beeksise.…
Biiroon Barnoota Oromiyaa fi Itiyoo Teeleekoom waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC)- Itiyoo Teeleekoomii fi Biiroon Barnoota Oromiyaa waliigaltee Daree Barnoota Ismaarti ijaaruuf dandeessisu mallatteessaniiru.
Waliigaltichi manneen…
Hidhi Haaromsa Guddichaa Itiyoophiyaa Ashaaraa Ummattoota Itiyoophiyaati – TKM
Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC) – Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Guyyaa Dhagaan Bu’uuraa HidhaHaaromsa Guddichaa Itiyoophiyaa kaa’ame waggaa 13ffaa ilaalchisee ibsa kenneera.…
Hidhi Haaromsa Guddichaa Ashaaraa Dhaloota Haaraa Faajjii sabboonummaa Afrikaati – WPQHUNO
Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC) – Guyyaa yaadannoo waggaa 13ffaa dhakaa bu’uraa Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaa sababeeffachuun Waajjirri Piroojektii Qindeessaa Hirmaannaa Ummataa…
Dooktar Abiy bakka bu’oota Paartilee Siyaasaa garaagaraa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad bakka bu’oota Paartilee Siyaasaa garaagaraa waliin mari’ataniiru.
Kaayyoon keenya jalqabaa hojiilee…