Qonna Arfaasaa bara kanaan callaa kuntaala miiliyoona 81.852 ol argachuuf karoorfamee hojjetamaa…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC) – Qonna Arfaasaa bara kanaan lafa hektaara miiliyoona 3.1 ol misoomsuun callaa kuntaala miiliyoona 81.852 ol argachuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu…