Jilli Dooktar Sammaa Xurunaan durfamu Godina Harargee Bahaatti hojiilee misoomaa garaagaraa daawwate
Finfinnee, Bitootessa 12, 2016(FBC)- Jilli Giddugala Qindeessaa Ijaarsaa Diimookiraasii Paartii Badhaadhinaatti Itti Gaafatamaa Damee Warraaqasa fi Siyaasaa Dooktar Sammaa Xurunaan durfamu…