Oduu biyya keessaa Finfinneetti duulli qulqullinaa gaggeeffame Debela Tadesse Mar 9, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee kutaalee magaalaa hundatti duulli qulqullinaa gaggeeffameera. Duullichi mata duree”Magaalaa kiyyaa nan qulqullessa;…
Oduu biyya keessaa Meeshaalee fi konkolaattota dhorkiin eeyyama sharafa alaa kaa’ame tureerratti sirreeffamni taasifame Debela Tadesse Mar 9, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC)- Meeshaalee fi konkolaattota dhorkiin eeyyama sharafa alaa kaa’ame tureerratti sirreeffamni taasifamuu Ministeerri Maallaqaa beeksise. Ministeerichi…
Oduu biyya keessaa Baatii Ramadaanaa waliif yaaduu fi Rabbiin kadhachuun dabarsuu qabna-Sheek Hajii Ibraahiim Debela Tadesse Mar 9, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC)- Baatii Ramadaanaa waliif yaaduu fi Rabbiin kadhachuun dabarsuu qabna jedhan Pireezidaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Sheek Hajii…
Ispoortii Taphoota Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 28ffaan taphni Liivarpuul Maanchiister Siitii waliin… Debela Tadesse Mar 9, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 28ffaan har’aa eegalee ni taphatama. Har’a waaree booda sa’aatii 9:30 eegalee taphni Maanchiister…
Oduu biyya keessaa Guyyaan dubartootaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaatti kabajame Sifen Megersa Mar 8, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC) – Guyyaan dubartootaa mata duree ‘Dubartoota ga’oomsuun nageenyaa fi misooma haa mirkaneessinu’ jedhuun Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaatti…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Finfinnee Feestivaala Ispoortii gaggeessuu eegale Sifen Megersa Mar 8, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Finfinnee Feestivaala Ispoortii waggaa bara 2016 gaggeessuu eegaleera. Feestivaalichi mata duree ‘Ispoortiin Nageenyaa fi…
Oduu biyya keessaa Haleellaa qaamaa fi xinsammuu dubartootarra ga’u ittisuu fi balaalleffachuun ga’ee lammiilee… Tsehay Guluma Mar 8, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC) – Haleellaa qaamaa fi xinsammuu dubartootarra ga’u ittisuu fi balaalleffachuun ga’ee lammiilee hundaa ta’uu Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq…
Oduu biyya keessaa Hirmaannaa dubartootaa gama hundaan mirkaneessuun hojii fi tattaaffii dabalataa gaafata-Aadde… Debela Tadesse Mar 8, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC)- Hirmaannaa dubartootaa gama hundaan mirkaneessuun hanqina waan qabuuf hojii fi tattaaffii dabalataa kan gaafatu ta’uu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli si’ataa, qulqulluufi haqa qabeessi ummata Keenyaaf ni mala-BKO Debela Tadesse Mar 8, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC)-Tajaajilli si'ataa, qulqulluufi haqa qabeessi ummata Keenyaaf ni mala jechuun Biiroon Kominikeshinii Oromiyaa Ibse. Biirichi ibsa baaseen hooggansaa…
Oduu biyya keessaa Dantaan uummata eeguun galma Fooramii Miidiyaa fi Quunnamtiiti-Obbo Haayiluu Addunyaa Debela Tadesse Mar 8, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC)- Dantaan uummata akka hincabne eeguun galma Fooraamii Miidiyaa fi Quunnamtii ta’uu Hogganaan Biiroo Kominikeshinii Oromiyaa Obbo Haayiluu Addunyaan…