Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faaraah ergaa baga geessanii dabarsan Tsehay Guluma Jan 18, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) –Pireezidaantii Itti Aanaa Paartii Badhaadhinaa fi Sadarkaa Itti Aanaa Ministira Muummeetti Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna…
Oduu biyya keessaa Afyaa’ii Sa’aadaa Abdurrahmaan ergaa baga geessannii dabarsan Tsehay Guluma Jan 18, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) –Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurrahmaan Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahe dabarsaniiru. Aadde Sa'aadaan gama…
Oduu biyya keessaa Cuuphaan fakkeenya du’a keessaa gara jireenyaatti darbuu mallattoo ce’umsaati-Pireezidaanti… Tsehay Guluma Jan 18, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ergaa baga ittiin isin gahe dabarsaniiru. Guutuun ergaa isaanii akka itti aanuutti…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen Ayyaana Cuuphaa kabajuuf Goondar galan Tsehay Guluma Jan 18, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyeen Atsiqasillaaseen Ayyaana Cuuphaa kabajuuf Magaalaa Goondar galaniiru. Pireezidaanti Taayyeen wayita buufata…
Biiznasii Bara kana hanga ammaatti Albuuda gara Alaatti ergamerraa galiin Doolaarri miiliyoonni 300 fi… Tsehay Guluma Jan 18, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) - Bara kana hanga ammaatti Albuuda gara Alaatti ergamerraa galiin Doolaarri miiliyoonni 300 fi miiliyoona 85 argamuu Abbaan Taayitaa Misooma Albuudaa…
Teeknooloojii Manni Murtichaa Tiiktookiin yoo hingurguramne akka cufamu deeggarsa seeraa gaafatu kenne Debela Tadesse Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC)- Manni Murtii Waliigalaa Ameerikaa Tiiktookiin nageenya biyyalessaaf yaaddoo ta’uun akka cufamu, yoo hintaane ammoo akka gurguramu kan gaafatu deeggarsi…
Idil Addunyaa Kaabineen Nageenyaa Israa’el waliigaltee dhukaasa dhaabuu Hamaas waliin taasifame raggaasise Tsehay Guluma Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC) – Kaabineen Nageenyaa Israa’el waliigaltee dhukaasa dhaabuu Hamaas waliin dheegganta taasifame raggaasiseera. Kaabineen biyyattii dhimmoota…
Fayyaa Du’aatii Tasaa Debela Tadesse Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC)- Hawaasa keessatti nama ni du'aan hintilmaamamne irratti du’aatiin tasaa yeroo mudatu darbee darbee kan dhaga’amuudha. Innis "abaluu akka tasaa du’e.…
Oduu biyya keessaa Poolisiin Ayyaana Cuuphaa fi Sirna Kataraaf Daandiilee konkolaattotaaf cufaa ta’an ifoomse Debela Tadesse Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC)- Ayyaanaa Cuphaa fi sirna kataraa Amajjii 10-12, 2017tti Magaala Finfinnee bakkoota garaagaraatti kabajamuuf muddamni tiraafikaa akka hinuumamneef daandiilee…
Oduu biyya keessaa Walakkaa waggaatti lammiilee kuma 24 ol daandirraa kaasuun danda’amuu ibsame Sifen Megersa Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC) – Baatiwwan jahan darban hojii namoota humna hin qabne gargaaruuf hojjetameen lammiilee kuma 24 ol daandirraa kaasuun danda’amuu Ministeerri Dhimma…