Oduu biyya keessaa Finfinneetti Raayyaan Nageenyaa marsaa 2ffaaf eebbifaman Tsehay Guluma Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC)- Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa Magaalaa Finfinnee miseensota Raayyaa Nageenyaa marsaa 2ffaaf leenjisaa ture eebbisiiseera. Hoggantuun Biirichaa…
Oduu biyya keessaa Teeknooloojiin Diroonii Poolisiin tajaajila fooyya’aa akka kennu taasisa jedhame Sifen Megersa Jan 16, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC) – Teeknooloojiin Diroonii Poolisiin tajaajila fooyya'aa akka kennu kan taasisu ta'uu Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksise. Komishinarri Jeneraalaa…
Oduu biyya keessaa Kaantiibaa Adaanech Abeebeen Abbootii amantaa Ortodoksii Waloomaa waliin mari’atan Sifen Megersa Jan 16, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC) – Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Abbootii amantaa Ortodoksii Waloomaa waliin mari'ataniiru. Ayyaanni Cuuphaa duudhaa amantummaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Paarlaamaa Iraan Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwate Sifen Megersa Jan 16, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC) - Jilli Af Yaa'ii Mana Maree Iraan Mahaammad Gaaliibaafiin durfamu Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwateera. Itiyoophiyaan daandii misoomarra jiraachuu fi…
Biiznasii Namoonni dhuunfaan Maallaqa Noottii sobaa Birrii kuma 25 ol qabatanii socho’aa turan to’ataman Sifen Megersa Jan 16, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti Namoonni dhuunfaan Maallaqa Noottii sobaa Birrii kuma 25 ol qabatanii socho’aa turan to’atamuu ibsameera. Namoonni kunneen Kutaa…
Oduu biyya keessaa Qabeenya Birrii biiliyoona 7.8’tti tilmaamamu balaawwan qaqqabanirraa baraarameera-Komishinicha Debela Tadesse Jan 16, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC)- Baatiiwwaan ja’an darban balaa qaqqabaniin manca’uuf kan ture qabeenya Birrii biiliyoona 7.8’tti tilmaamamu baraaruun akka danda’ame Komishiniin Hoggansa…
Oduu biyya keessaa Hojmaataan ala hojjettoota 16 akka qacaraman kan taasise hidhaa fi mallaqaan akka adabamu itti… Debela Tadesse Jan 16, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC)- Himatamaan hariiroo faayidaa uummachuun hojmaataan ala hojjettoonni 16 akka qacaraman kan taasise hidhaa waggaa 14 fi maallaqaan akka adabamu Manni Murtii…
Ispoortii Piriimeer Liigii Oromiyaan Sabbataan Dambi Doolloo injifate Sifen Megersa Jan 16, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 10ffaan Kutaan Magaalaa Sabbataa Magaalaa Dambi Doolloo injifateera. Sabbataan galchii 3 fi 1n Magaalaa Dambi…
Dhugoomsa Ragaa Ragaa Sobaa Debela Tadesse Jan 16, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC)- Kanaadaatti carraa barnootaa fi hojii mijeessuuf bakka bu’iinsi seera qabeessaa Ministira Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoosiin kan kennameef…
Oduu biyya keessaa Mootummaan lammiilee Maayinaamaaritti rakkoo keessa jiran baraaruuf tattaaffii taasiisu itti fufeera Sifen Megersa Jan 16, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC) – Mootummaan Itiyoophiyaa lammiilee Maayinaamaaritti rakkoo keessa jiran baraaruuf tattaaffii taasiisu cimsee itti fufuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiise.…