Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Riippaablika Koongoo Finfinnee galan Sifen Megersa Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Riippaablika Koongoo Deeniis Saasoo Niguuweesoon Yaa'ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Seeneegaal Finfinnee galan Sifen Megersa Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Seeneegaal Baasiiruu Diiyoomaayyee Faayyeen Yaa'ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Ikkuwaatooriyaal Giinii Finfinnee galan Sifen Megersa Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Ikkuwaatooriyaal Giinii Obiiyaang Nuugeemiyaa Baasoongoon Yaa'ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan gita isaanii Soomaaliyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan gita isaanii Soomaaliyaa Alii Mohaammad Oomaar waliin mari'ataniiru. Hariiroon…
Oduu biyya keessaa Giiftii Dureen Naayijeeriyaa Finfinnee galan Sifen Megersa Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Giiftii Dureen Naayijeeriyaa Ooluureemii Tiinuubbuun Finfinnee galaniiru. Giiftii dureettiin wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahan…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Angoolaa Finfinnee galan Sifen Megersa Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Angoolaa Zyaawoo Maanu'eel Goonsaalvees Looreensi Yaa'ii 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Oduu biyya keessaa Jimmaatti boba’aan seeraan ala gurguramaa ture to’atame Debela Tadesse Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)-Magaalaa Jimmaatti namoonni seeraan alaa jaarkaanii fi qaruuraa pilaastikaan boba’aa beenzilaa seeraan ala mana jireenyaa fi suuqii kireefachuun gatii…
Oduu biyya keessaa Aadaa fi Duudhaa ummata Oromoo guddisuuf haaromsa barbaachisa-Obbo Awwaluu Abdii Tsehay Guluma Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Aadaa fi Duudhaa ummata Oromoo guddisuufi cimsuuf haaromsi barbaachisaa ta’uu Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Jeneraalota Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Jeneraalota hoggantota Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa…
Oduu biyya keessaa Tarkaanfii haaromsaa fudhatameen dameewwan diinagdee, siyaasaa fi hawaasummaan injifannoon… Debela Tadesse Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC)-Mootummaan Paartii Badhaadhinaan durfamu tarkaanfiiwwan haaromsaa waggoottan jahan darbanitti fudhateen dameewwan diinagdee, hawaasummaa fi siyaasaan…